Kantiibaa Adaanech Abeebee Atoobisoota elektiriikaan hojjetan 100 hojii eegalchiisan
AMN – Bitootessa 23/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Atoobisoota tajaajila geejjiba uummataa kennaniifi elektiriikaan hojjetan 100 har’a hojii eegalchiisaniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee Bulchiinsi magaalichaa rakkoo tajaajila geejjibaa…