Hogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 to’atamuun Mana Murtiitti dhiyaatan

AMN PLUS- Guraandhala 01/2018 Hogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii Obbo Moliitoo Abbaayineh dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 lafa Pirojektii 'Window of Africa'f qabamee ture qabiyyee sanada hin qabnedha…

Continue ReadingHogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 to’atamuun Mana Murtiitti dhiyaatan

Hooggantootniifi hojjettootni tajaajila hawaasaatti guufuu tahan Kuma 3 fi 700 ol akka gaafataman taheera – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Amajjii 29/2018 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee Yaa'ii Idilee 2ffaa Bara Hojii 5ffaa Mana Maree Magaalaa Finfinnee irratti argamuun raawwii karoora hojii ji'oota jahan darbanii dhiyeessaniin…

Continue ReadingHooggantootniifi hojjettootni tajaajila hawaasaatti guufuu tahan Kuma 3 fi 700 ol akka gaafataman taheera – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Beeksisoota seeraan alaa miidhagina Finfinneef danqaa ta’aa turan kumni 29 ol kaafaman

AMN PLUS-Amajjii 18/2018 Qulqullinaafi miidhagina Magaalaa Finfinneef gufuu ta’aa kan turan beeksisoota seeraan alaa kan dirree keessaa kuma 29 ol ta’an irratti tarkaanfin akka fudhatame Abbaan Taayitaa Eeyyama Ijaarsaafi To’annoo…

Continue ReadingBeeksisoota seeraan alaa miidhagina Finfinneef danqaa ta’aa turan kumni 29 ol kaafaman

Ayyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurameera- Poolisii Federaalaa

AMN PLUS- Amajjii 11/2018 Kabajni Ayyaanni Cuuphaa bara 2018, Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii hundumatti milkaa'inaan xumuramuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Poolisii Federaalaa, qaamolee nageenyaa biroo waliin qindaa'uun, eegumsa teekinooloojiin deeggarame taasisaa…

Continue ReadingAyyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurameera- Poolisii Federaalaa

Magaalaa Finfinneetti Miseensotni Raayyaa Nageenyaa kumni 22 eebbifaman

AMN Plus -Amajji 07,2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenya fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Raayyaa Nageenyaa marsaa 6ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa, sirna…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti Miseensotni Raayyaa Nageenyaa kumni 22 eebbifaman

Mootummaan Shaabiyaa rasaasa kuma 56 ol shiftoota maqaa Faannoon socho’aniif dhoksaan erge to’ataman

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa baandota keessaafi diinota seenaa waliin ta’uun nageenya biyyattii booressuuf shiftoota maqaa Faannoon socho’an hidhachiisuuf dhoksaan erge to’achuu…

Continue ReadingMootummaan Shaabiyaa rasaasa kuma 56 ol shiftoota maqaa Faannoon socho’aniif dhoksaan erge to’ataman

Milkaaʼina kabaja ayyaanota amantaa fi ummataaf caasaan nageenyaa cichoominaan hojjeta- Poolisii Finfinnee

AMN PLUS-Amajjii 6/2018 Ayyaanotni amantaa fi biyyaalessaa gurguddoon milkaa’inaan kabajamaa akka turanii fi kabajamaa jiran Komishinarri Qajeelcha Waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee Geetuu Argaaw ibsan. Kana milkeessuuf hooggansii fi miseensotni sadarkaa…

Continue ReadingMilkaaʼina kabaja ayyaanota amantaa fi ummataaf caasaan nageenyaa cichoominaan hojjeta- Poolisii Finfinnee

‎Nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa’ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’el

‎AMN PLUS- Amajjii 4/2018 ‎''Poolisiin Federaalaa Qaamolee Nageenyaa Naannolee fi Federaalaa waliin ta'uun ji'oota ja'an darbanitti nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuu fi olaantummaa seeraa mirkaneessuun hojii milkaa'ina qabu hojjateera" jedhan…

Continue Reading‎Nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa’ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’el

‎Meeshaaleen Kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 ol to’atamuu ibsame

‎AMN PLUS- Amajjii 02/2018 ‎Komishiniin Poolisii Federaalaa Itoophiyaa qaamolee dhimmi ilaallatu waliin ta’uun meeshaalee kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 fi Miliyoona 51 ol ta’an to’achuu akka danda'e Komishinarri…

Continue Reading‎Meeshaaleen Kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 ol to’atamuu ibsame
Read more about the article Amajjii 23 kaasee labsiin itti fayyadama korojoo pilaastikaa dhorku hojiirra oola
Plastic bag

Amajjii 23 kaasee labsiin itti fayyadama korojoo pilaastikaa dhorku hojiirra oola

AMN PLUS - Mudde 14/ 2018 Amajjii 23 irraa eegalee Labsiin korojoo Pilaastika faayidaa yeroo tokkoof oolu dhorku hojiirra akka oolu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Itoophiyaa beeksise. Abbaan Taayitichaa hojiirra…

Continue ReadingAmajjii 23 kaasee labsiin itti fayyadama korojoo pilaastikaa dhorku hojiirra oola