Dhugaawwan ajaa’ibsiisoo waa’ee Simbira Masqalaa kanneen beektuu?

AMN PLUS- Fulbaana 14/2018 Waqtii Wal-hormaataa isaanii Itoophiyaatti godaanu, Godoo ofiisaanii osoo hin taane, godoo simbira kaaniitti hanqaaquu buusu. Dhugaawwan Simbira Masqalaa kanneen hagam beektu? Waggaatti waqtii Birraa samii Itoophiyaa…

Continue ReadingDhugaawwan ajaa’ibsiisoo waa’ee Simbira Masqalaa kanneen beektuu?

Hidhi Haaromsaa xumuramuusaan akka nama ilmoo argateetti gammanne – Daldaltoota Markaatoo

AMN Plus- Fulbaana 14/2018 Daldaltoonni Magaalaa Finfinnee Markaatootti Daldalan, yeroo kamiyyuu hojiiwwan misoomaa biyyi hojjettu cinaa dhaabbachuuf kutannoo qabaachuu ibsan. AMN PLUS Sagaleen Dhalootaa daldaltoota Markaatootti daldala garagaraa irratti bobba’an…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa xumuramuusaan akka nama ilmoo argateetti gammanne – Daldaltoota Markaatoo

Hidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Fulbaana 14/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hidhi Haaromsaa galma misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii torba keessaa dhiyeessii anniisaa galmaan gahuu himan. Pirezidaant Taayyee Pirezidaantii Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

Hidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Fulbaana 14/2018 Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen hidhi Haaromsaa galma misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii torba keessaa dhiyeessii anniisaa galmaan gahuu himan. Pirezidaant Taayyee Pirezidaantii Yaa'ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa galma misoomaa UN milkeessa- Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee

Furmaatni Biyya Walabaa Lama hundeessuu “Two State Solution” rakkoo Israa’eliifi Paalastaayin gidduu akkamiin furuu danda’a?

AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 Rakkoo Israa'eliifi Paalastaayin waggoota 75 oliif deemaa jiruuf falli barbaadamaa ture bu'aa fiduu dhabuu isaan sodaan duguuggaa sanyii uummata Paalaastiin irratti aggaamamee jiraachuu himama. Murtoowwan dhukaasa…

Continue ReadingFurmaatni Biyya Walabaa Lama hundeessuu “Two State Solution” rakkoo Israa’eliifi Paalastaayin gidduu akkamiin furuu danda’a?

‎Ayyaanota Masqalaafi Irreechaa mikeessuuf qindoominni Finfinneefi Shaggar murteessaadha jedhame

‎AMN PLUS- Fulbaana 12/2018 ‎Ayyaanota amantaafi ummataa addabaabaayiitti kabajaman lameen Ayyaana Masqalaafi Irreechaa karaa duudhaa eeggateefi nagayaan kabajuun haalota danda'amu irratti jiraattonni Finfinneefi Shaggar mari’atan. Maricha irratti hawaasni Magaalaa Finfinnee…

Continue Reading‎Ayyaanota Masqalaafi Irreechaa mikeessuuf qindoominni Finfinneefi Shaggar murteessaadha jedhame

“Nama abbaa warraakoo ajjeeseef dhiifama godheera” Eriikaa Karki

‎AMN PLUS- Fulbaana12/2018 ‎Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, Chaarlii Karki "Ameerikaaf goota guddaa" ta'uu dubbatan. Sirni yaadannoo kabajaa Karki bakka bulchiinsa Arizoonaatti bakka Pirezidaantiin Ameriikaa Doonaald Traampi fi namoonni kumaatamaan lakkaa'aman…

Continue Reading“Nama abbaa warraakoo ajjeeseef dhiifama godheera” Eriikaa Karki

Kantiibaa Adaanech Abeebeen manneen kuma 1f 600 ol dabarsan

AMN PLUS- Fulbaanaa 11/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen hojii tola ooltummaa gannaatiin ijaaraman kuma 1fi 671 lammiilee biyyaaf oolmaa guddaa oolaniifi maanguddoota dadhaboof dabarsan. Ijaarsi manneen kanneenii…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen manneen kuma 1f 600 ol dabarsan

Dhaloota aadaa hojii cimaa gonfate oomishuun barbaachisaadha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS-Fulbaana 10/2018 Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen guddinaafi badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf dhaloota aadaa hojii cimaa gonfate oomishuun barbaachisaadha jedhan. Biiroon Hojiifi Ogummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee bartootta Kolleejjiiwwan Leenjii…

Continue ReadingDhaloota aadaa hojii cimaa gonfate oomishuun barbaachisaadha- Kantiibaa Adaanech Abeebee