Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun maanguddootaaf maaddii qooduun gaabii uwwisan
AMN PLUS - Amajjii 11/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Dhaabbata Tola Ooltummaa Sanshaayin waliin ta'uun Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun maanguddootaaf maaddii qooduun gaabii uwwisan. Aadde Adaanech miidiyaa hawaasummaa isaaniin…