Kenni tajaajila lammummaa badhaadhinaa fi tokkummaa biyyaaf murteessadha- Aadde Caaltuu Saanii

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Lammiileen bakka qulqulluufi jireenya fooyya'aa akka jiraataniif naannolee biyyattii garagaraa keessatti manneen moodela hawaasa harka qalleeyyiif ijaaranii kennuun murteessaa akka ta’e Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu'uuraalee Misoomaa…

Continue ReadingKenni tajaajila lammummaa badhaadhinaa fi tokkummaa biyyaaf murteessadha- Aadde Caaltuu Saanii

Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

AMN PLUS- Amajjii 5/2018 Magaalaa Finfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalamuu Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa Bulchiinsa Magaalichaa beeksise. Daayirektarri Komunikeeshinii Abbaa Taayitichaa…

Continue ReadingFinfinneetti Ijaarsi Pirojektii Calaltuu Dhangala’aa Guyyaatti dhangala’aa Meetir Kuubii Kuma 52 calalu eegalame

Waliingeettin barnoota idileen duraa babal’ifamaa jira- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Mudde 30/2018 Barnoonni idileen duraa humna namaa egeree akka cimsu Waajjirri Ministira Muummee ibse Daa’imman barnootaa fi jireenya isaaniin akka milkaa’aniif ogummaafi beekumsa isaan barbaachisu gonfachiisuun barnootaa waaraafi…

Continue ReadingWaliingeettin barnoota idileen duraa babal’ifamaa jira- Waajjira Ministira Muummee

MM Abiyyi Ahimad, Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuusiin, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruukiif maaddii qoodan

AMN PLUS- Mudde 29/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD), Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo waliin Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuus, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruuk waliin dabarsaniiru. Dooktar…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad, Guyyaa Ayyaana Dhaloota Iyyesuusiin, barattoota Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sheyikaa Faaximaa Biin Mabruukiif maaddii qoodan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiifi deeggarsa fedhaniif maaddii qoodan

AMN PLUS- Mudde 29/2018 Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ============================ Har'a guyyaa ayyaana dhaloota fayyisaa keenyaa Iyyasuus Kiristoos lammiilee rakkoo hawaasummaaf saaxilaman,maanguddoota oolmaa biyyarraa qaban,harka qalleeyyii fi lammiilee keenya namoota isaan…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyiifi deeggarsa fedhaniif maaddii qoodan

‎ “Barri ol ka’iinsaa akka dhufe onnee guutuun dubbachuu dandeenya” Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Mudde 28/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee Ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, "Baga Ayyaana Dhaloota Iyyasuus Kiristoos nagaan isin gahe" jedhan. ‎“Barana Ayyaana kana yoo kabajnu abdiin dubbatame…

Continue Reading‎ “Barri ol ka’iinsaa akka dhufe onnee guutuun dubbachuu dandeenya” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen jala bultii Ayyaana Qilleetti manneen 381 meeshaa manaa guutuu waliin dabarsan

‎AMN PLUS- Mudde 28/2018 ‎"Ayyaana Qillee sababeeffachuun manneen 381 meeshaa guutuu fi kennaa Ayyaana ittiin oolan gumaachineerra" jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. ‎Kanneen keessaa manneen 273 manneen gandaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen jala bultii Ayyaana Qilleetti manneen 381 meeshaa manaa guutuu waliin dabarsan

Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Eebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Guyyaan dhaloota Gooftaa fi fayyisaan addunyaa Iyyesuus Kiristoos guyyaa…

Continue ReadingEebbifamoo Abunee Maatiyaas ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati- Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus

AMN PLUS - Mudde 28/2018 Hangafni Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus ayyaana qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati kan…

Continue ReadingDhalachuun Iyyesuus Kiristoos bu’uura gammachuu hundaati- Eebbifamoo Kaardinaal Abunee Birhaana Iyyesuus