Balballoomii Miidiyaalee Addunyaa: Daawwannaa Seena-Qabeessa Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itti Dhiyaate

AMN PLUS- Guraandhala 11/2018 Miidiyaaleen Idil addunyaa waa’ee daawwannaa pirezidaantiin Turkiyyee Rajiib Xayib Erdowaan Itoophiyaa Finfinneetti taasisan balballoomsaa jiru. Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) fi Pirezidaantiin Turkiyyee Rajiib Xayyib…

Continue ReadingBalballoomii Miidiyaalee Addunyaa: Daawwannaa Seena-Qabeessa Gaaffiin Ulaa Galaanaa Itti Dhiyaate

Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

AMN PLUS- Guraandhala 03/2018 Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.  Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti…

Continue ReadingBiyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

Amerikaafi Raashiyaan gara marii haaraa to’annoo meeshaalee waraanaa Niwukilaaraatti hatattamaan dhufuu qabu- Antooniyoo Gutareez

AMN PLUS – Amajjii 28/2018 Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutaarez addunyaarra Meeshaalee waraana Niwukilaraa Dhibbantaa 90 ol kan hidhatan Ameerikaafi Raashiyaan hatattamaan gara marii bu’uura to’annoo Meeshaalee Niwukilaraatti…

Continue ReadingAmerikaafi Raashiyaan gara marii haaraa to’annoo meeshaalee waraanaa Niwukilaaraatti hatattamaan dhufuu qabu- Antooniyoo Gutareez

Taayilaan Badhaasa Giraamii Waggaa walitti aanu 2ffaaf injifatte

AMN PLUS- Amajjii 25/2018 Weellistuun Afriikaa Kibbaa Taayilaan Badhaasa Giraamii 68'ffaa Ameerikaa Loos Anjelesitti adeemsifame Waggaa walitti aanu lammaffaaf injifatteetti. Taayilaa, weellistuun umurii 24 kun sirba ishee "Push 2 Start"…

Continue ReadingTaayilaan Badhaasa Giraamii Waggaa walitti aanu 2ffaaf injifatte

Tiraamp “yeroo qorra hamaa kanatti Yuukireeniin hin haleelin” jedhan, Puutinis ni simatan

AMN PLUS- Amajjii 22/2018 Biyyoota Awurooppaa fi Ameerikaa hedduuf yeroon kun waqtii gannaati. Baatii keessa jiran kanatti ammoo qorra cimaa keessummeessu. Qorri isaa isa hamma lafee namaatti dhaga’amuu fi sochii…

Continue ReadingTiraamp “yeroo qorra hamaa kanatti Yuukireeniin hin haleelin” jedhan, Puutinis ni simatan

‎”Hidhi Haaromsa Warraaqsa Of danda’uuti” – Tireevar Noohaa

‎AMN PLUS- Amajjii 21/2018 ‎Tireevar Noohaa lammii Ameerikaa Afrikaa Kibbaatti dhalatee yeroo ammaa biyya Ameerikaa keessa jiraatudha. ‎Noohaan hojiilee komedii isaan sadarkaa idil addunyaatti beekamtii guddaa kan horate yoo ta'u,…

Continue Reading‎”Hidhi Haaromsa Warraaqsa Of danda’uuti” – Tireevar Noohaa

Chaayinaan lammiilee Biriteeyiniif imala viizaa bilisaa eyyemte -MM Kiir Istaarmar

AMN PLUS – Amajjii 21/2018 Chaayinaa fi Biriteeyin hariiroo tarsiimawaa isaanii daran cimsuuf waliigalaniiru. Pirezidaantiin Chaayinaa Shii Jipiing fi Ministirri Muummee Biriteeyin Kiir Istaarmar har’a Beejingitti wal arguun kan mari’atan…

Continue ReadingChaayinaan lammiilee Biriteeyiniif imala viizaa bilisaa eyyemte -MM Kiir Istaarmar

Pirezidaantiin Sooriyaa gita isaanii Raashiyaa waliin bor Mooskootti mari’atu

AMN PLUS- Amajjii 19/2018 Pirezidaantiin Sooriyaa Ahimad al- Shaaraan gita isaanii Raashiyaa Vilaadmiir Puutin waliin bor Mooskootti akka mari’atan himame. Marii pirezidaantonni lamaan bor jechuunis guyyaa Roobii wal arguun dhimma…

Continue ReadingPirezidaantiin Sooriyaa gita isaanii Raashiyaa waliin bor Mooskootti mari’atu

Awustiraaliyaan miidiyaa hawaasummaa ijoollee umrii 16 gadii miiliyoona 4.7 ol haqxe

‎AMN PLUS- Amajjii 8/2018 Mootummaan Awustiraaliyaa seera haaraa itti fayyadama miidiyaa hawaasummaa ijoollee umrii 16 gadii irratti baaseen fuula miidiyaa hawaasaa miiliyoona 4.7 ol haquun gabaafame. ‎Seerri haaraan ijoollee umrii…

Continue ReadingAwustiraaliyaan miidiyaa hawaasummaa ijoollee umrii 16 gadii miiliyoona 4.7 ol haqxe