Fiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksiseera- Aadde Adaanech Abeebee

AMN Sadaasa 08, 2017 Fiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksisaa turuu Kantibaan Magaalaa Finfinhee Aadde Adaanech Abeebeen ibsaniiru. Miidhagina magaalaa Finfinnee keessaa tokko kan ta'e dorgommii fiigicha guddaa…

Continue ReadingFiigichi guddichi Itoophiyaa waggoottaan darbaniif Itoophiyaa addunyaatti beeksiseera- Aadde Adaanech Abeebee

Itoophiyaan Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdiin meedaaliyaa Warqee argatte

AMN Onkololeessa 10, 2017 Itoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdii dhiirootaan Jaappaanii fi Hindi injifachuun meedaaliyaa Warqee argatte. Itoophiyaan damee kanaan yeroo jalqabaaf Meedaaliyaa Warqee argachuu isheeti.Daawiit Shalammaa…

Continue ReadingItoophiyaan Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdiin meedaaliyaa Warqee argatte