Humnootni Tigraayi keessa beekamtii seeraa malee socho’an ergama alagaa milkeessuuf gadadoo uummata Tigraayi dheeressaa jiru- Obbo Geetaachoo Raddaa
AMN PLUS- Guraandhala 14/2018 Humnootni Naannoo Tigraayi keessa beekamtii seeraa malee socho'an ergama alagaan itti kenname milkeessuuf jecha, gadadoo uummata Tigraayi dheeressaa jiraachuu Waajjira Ministira Muummeetti Gorsaan Dhimmoota Baha Afriikaa…