Obbo Kumarraa Waaqjiraa badhaasa “TUSK Conservation 2025” Mootii Weelsi irraa fudhatan
AMN PLUS - Sadaasa 18/2018 Daayirektarri Abbaa Taayitaa Eegumsa Bineensa Bosonaa Itoophiyaa Kumarraa Waaqjiraa badhaasa "TUSK Conservation 2025" Mootii Weelsi irraa fudhatan. Obbo Kumarraan waggoota 30 oliif eegumsa naannoofi bineensa…