Finfinneetti sagantaan goolaba kabaja Ayyaana Saboota, Sab-Lammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa adeemsifamaa jira
AMN PLUS- Sadaasa 20/2018 Ayyaanni Saboota, Sab-lammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa sirnoota garaa garaatiin sadarkaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa ture, har'a goolaba isaa argata. Guyyaan kun Magaalaa Finfinneetti sektaroota garaa garaafi kutaalee…