“Rifeensakoo akka ija haadha kootiitti ilaala, muree hin beeku” – Weellisaa Taammiraat Katamaa
AMN PLUS - Mudde 22/2018 ”Obsi Garaa” jedhee wallee Shaggooyyeen as ba’e. Sirba "Raaga" jedhuun ammo Oromootu qaba falaa Sokki jalaa jedhee weellise. Weellisaa Taammiraat Katamaa rifeensa daabee isaan namoonni…