Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa “Whats App” irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne

AMN PLUS- Guraandhala 20/2018 Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa “Whats App” irratti taasifamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneen adeemsa Filannoo Marsaa 7ffaa sababeeffachuun, pilaatifoormicharratti haleellaan saayibarii raawwatamaa jiraachuu xiinxalootni…

Continue ReadingBulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa “Whats App” irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne

‘Teelee Istiriimii’ Tajaajila Haaraa Itiyoo Teeleekoomiin Ifoome

AMN PLUS - Guraandhala 13/2018 Itiyoo Teeleekoom hojimaata haaraa 'Teelee Istiriimii' karaa salphaa taheen maammiltootni itti fayyadamuu danda'aan hojii eegalchiiseera. Tajaajilichi qabiyyeen garaagaraa bashannana, dhimma fayyaa, barnootaa kanneen biroo of-keessaa…

Continue Reading‘Teelee Istiriimii’ Tajaajila Haaraa Itiyoo Teeleekoomiin Ifoome

Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

AMN PLUS- Guraandhala 03/2018 Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.  Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti…

Continue ReadingBiyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

Itoophiyaan Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii addunyaa irraa 2ffaa ta’e bara dhufu ni eebbisiisti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Amajjii 26/2018 ‎Itoophiyaan waggaa tokko yeroo hin caalle keessatti, Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii (AI)addunyaa irraa 2ffaa ta’e akka eebbissiistu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) beeksisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar…

Continue ReadingItoophiyaan Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii addunyaa irraa 2ffaa ta’e bara dhufu ni eebbisiisti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Waraqaan Eenyummaa Dijitaalaa, Furmaata Tajaajila Saffisaa fi Jireenya ammayyaati- Jiraattota Finfinnee‎‎

AMN PLUS- Amajji 22/2018 “Faayidaan jiruu isaanii idilee akkasumas tajaajiloota garaa garaa argachuuf bu’aa olaanaa akka qabu eeruun galmaa'aa jiraachuu jiraattota aanolee kanneenii keessaa hagi tokko AMN PLUS’f ibsaniiru.‎‎Jiraataa Aanaa…

Continue ReadingWaraqaan Eenyummaa Dijitaalaa, Furmaata Tajaajila Saffisaa fi Jireenya ammayyaati- Jiraattota Finfinnee‎‎

Tibbana “WhatsApp” fi “Telegram”n haleellaa saayibariif saaxilamaa jiraachuu namoonni hedduun ni kaasu. Kanarratti Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ergaa maal dabarse?

AMN PLUS- Amajjii 21/2018 Itoophiyaatti walitti hidhamiinsi dijitaalaa babal’achuu hordofee haleellaawwan saayibariin miidiyaalee hawaasummaa kanneen“Whats App, Telegram’ fi pilaatifoormiiwwan biroon raawwataman dabalaa waan jiraniif lammiileen of eeggannoo cimsuu akka qaban…

Continue ReadingTibbana “WhatsApp” fi “Telegram”n haleellaa saayibariif saaxilamaa jiraachuu namoonni hedduun ni kaasu. Kanarratti Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ergaa maal dabarse?

‎Itiyoo-Telekoom ji’oottan jahan darbanitti galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise

‎AMN PLUS ‎Itiyoo-Telekoom gabaasa raawwii hojii ji'oottan jahan darbanii dhiyeesseen galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise. ‎Gabaasicha kan dhiyeessan Hojii Raawwachiistuun Dhaabbatichaa Firehiwot Taammiruu raawwii kurmaana jalqabaa bara kanaatiin…

Continue Reading‎Itiyoo-Telekoom ji’oottan jahan darbanitti galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise

Daa’imman maatii dhiisanii, miidiyaa hawaasaa da’oo godhachaa jiru – Abbootii Amantaa

AMN PLUS -Amajjii 20/2018 ‎Yoo ijoolleen nama rakkisan bilbila itti kennanii of irraa ari'uun ijoollee waan badaadhaaf saaxiluu akka ta'e Abbootiin Amantaa turtii AMN Qophii Roga Dubbii waliin taasisan himan.…

Continue ReadingDaa’imman maatii dhiisanii, miidiyaa hawaasaa da’oo godhachaa jiru – Abbootii Amantaa

“AI carraa hojii namatti cufa jechuun kanneen sodaatan, ilaalcha dogoggoraa keessa jiru” – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 27/2018 ‎"Yoo qophoofne, yoo hir'iba keenya dhiisne, yoo saffisne AI'n akkuma Gitaaraa, TV fi konkolaataa kan itti fayyadamnu taha" jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Hubannoo…

Continue Reading“AI carraa hojii namatti cufa jechuun kanneen sodaatan, ilaalcha dogoggoraa keessa jiru” – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)