Haala mijataa Tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jira

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 24/ 2018 ‎Sirnakkoo mijataa tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jiraachuu Deetaan Ministira Tuurizimii Obbo Silashii Girmaa ibsaniiru. ‎Itoophiyaan bakka argama sanyii namaa fi bunaa akkasumas…

Continue ReadingHaala mijataa Tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jira

MM Abiyyi Ahimad Aanaa Dalloo Mannaatti Pirojektii Jallisii Walmal eebbisan

AMN Plus- Onkololeessa 8/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Piroojektii misooma jallisii laga Walmal eebbisiisanIiiru. Godina Baalee aanaa Dalloo Mannaatti Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjiin Piroojektii Misooma Jallisii laga…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Aanaa Dalloo Mannaatti Pirojektii Jallisii Walmal eebbisan

Paarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – MM Abiyyi Ahimad

AMN Plus - Onkololeessa 8/ 2018 Daawwannaa guyyaa jalqabaa Godina Baalee simboo qabeenya uumamaa harka namaan faayame nu agarsiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Paarkiin gaarreen Baalee madda…

Continue ReadingPaarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – MM Abiyyi Ahimad