Dhibeen Saree Maraatuu (Vaayirasiin Reebiis) Saree Qofaan Akka Hin Daddabarre Quba Qabduu? Yaala Fayyaa Hoo Qabaa?

AMN PLUS - Guraandhala 14/2018 Dhibeen Vaayirasii Reebiis barmaatiin ‘dhibee saree maraatuu’ jedhamuun waamamu, hamaa yoo ta’u, dhibee yeroo sareen vaayirasii kanaan qabame nama ciniinu daddarbudha. Vaayirasii “Rabies” jedhamu kanaan…

Continue ReadingDhibeen Saree Maraatuu (Vaayirasiin Reebiis) Saree Qofaan Akka Hin Daddabarre Quba Qabduu? Yaala Fayyaa Hoo Qabaa?

Finfinneen Magaalaa Saffisaan Jijjiiramuun Fakkeenya Taate

AMN PLUS-Guraandhala 13/2018 Hojiileen misoomaa Magaalaa Finfinneetti hojjetaman haala magaalatti durii jijjiiru caalaa ajandaa namoota baay’ee ta’eera. Ummatniifi mootummaan waliin qindaa’uun yoo hojjetan waggoota gabaabaa keessatti jijjiirama fiduun akka danda’amu…

Continue ReadingFinfinneen Magaalaa Saffisaan Jijjiiramuun Fakkeenya Taate

‘OpenAI Africa’ hawwatoota Tuurizimii Finfinnee daawwate

AMN PLUS- Guraandhala 13/2018 Jilli Hoggansa 'OpenAI Africa' Amaanu’eel Lubaanzaadiyoon durfame bakkeewwan hawwata tuurizimii garaa garaa Finfinneetti argaman daawwateera. Jilli kun gahumsoota carraa hojii kalaqaa magaalaa Finfinneetti argaman akkasuma daawwataniiru.…

Continue Reading‘OpenAI Africa’ hawwatoota Tuurizimii Finfinnee daawwate

Misoomni Kooriidarii Finfinnee Tajaajila Geejjibaa Ammayeessuun dhamaatii daandiirraa hambiseera- Jiraattota

AMN PLUS- Guraandhala 13/2018 Misoomni Kooriidarii Magaalaa Finfinnee miidhagina magaalattii dabaluu irra darbee tajaajila geejjibaa ammayyeessuun rakkoo sochii tiraafikaa irratti mudachaa ture kan fure ta'uu jiraattotni AMN'f yaada isaanii kennan…

Continue ReadingMisoomni Kooriidarii Finfinnee Tajaajila Geejjibaa Ammayeessuun dhamaatii daandiirraa hambiseera- Jiraattota

Miidhagina Dhugaa Finfinnee Toorotni Miidiyaalee Hawaasummaa Idil Addunyaa Akkamiin Ibsan?

AMN PLUS- Guraandhala 13/2018 Bifti haaraa Finfinnee miidhaginaa fi simboo addaa uffate miidiyaa hawaasummaa sadarkaa addunyaatti beekaman garaa garaa irratti naanna'uun dinqisiifannaan itti fufeera. Guyyoota muraasa dura Pirezidaantii Turkiyee Rajiib…

Continue ReadingMiidhagina Dhugaa Finfinnee Toorotni Miidiyaalee Hawaasummaa Idil Addunyaa Akkamiin Ibsan?

‘Teelee Istiriimii’ Tajaajila Haaraa Itiyoo Teeleekoomiin Ifoome

AMN PLUS - Guraandhala 13/2018 Itiyoo Teeleekoom hojimaata haaraa 'Teelee Istiriimii' karaa salphaa taheen maammiltootni itti fayyadamuu danda'aan hojii eegalchiiseera. Tajaajilichi qabiyyeen garaagaraa bashannana, dhimma fayyaa, barnootaa kanneen biroo of-keessaa…

Continue Reading‘Teelee Istiriimii’ Tajaajila Haaraa Itiyoo Teeleekoomiin Ifoome

Riifoormii Damee Diinagdee Irratti Taasifame Hudhaalee Indaastiriiwwan Keessa Turan Furuun Bu’uura Kaa’era – Kantiibaa Adaanech

AMN PLUS - Guraandhala 13/2018 Riifoormiin Diinagdee Irratti Taasifame Finfinneef Carraa Addaa Fidee Dhufuu Kantiibaan Magaalaa Finfinne Aadde Adaanech Abeebee Ibsan. Jijjiiramaan Dura Indaastiriiwwan Hudhaalee Hedduu Keessa Turu Kan Ibsan…

Continue ReadingRiifoormii Damee Diinagdee Irratti Taasifame Hudhaalee Indaastiriiwwan Keessa Turan Furuun Bu’uura Kaa’era – Kantiibaa Adaanech

Finfinneen Tajaajila Indaastiriiwwaniif Lafa Hektaara 90 Dhiyeessiteetti – Aadde Adaanech

AMN PLUS - Guraandhala 13/2018 Dameen Indaastirii Wiirtuu Guddina Biyyaa Tahuu Mootummaan Cimsee Amana Kan Jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Magaalattitti Tajaajila Indaastiriiwwaniif Kan Oolu Lafti Bal'ina Hektaara…

Continue ReadingFinfinneen Tajaajila Indaastiriiwwaniif Lafa Hektaara 90 Dhiyeessiteetti – Aadde Adaanech

Humnootni Tigraayi keessa beekamtii seeraa malee socho’an ergama alagaa milkeessuuf gadadoo uummata Tigraayi dheeressaa jiru- Obbo Geetaachoo Raddaa

AMN PLUS- Guraandhala 14/2018 Humnootni Naannoo Tigraayi keessa beekamtii seeraa malee socho'an ergama alagaan itti kenname milkeessuuf jecha, gadadoo uummata Tigraayi dheeressaa jiraachuu Waajjira Ministira Muummeetti Gorsaan Dhimmoota Baha Afriikaa…

Continue ReadingHumnootni Tigraayi keessa beekamtii seeraa malee socho’an ergama alagaa milkeessuuf gadadoo uummata Tigraayi dheeressaa jiru- Obbo Geetaachoo Raddaa