Ummanni Harargee Beekumsaafi Obsaan Fardeen Diidaa Waggoota 500 Oliif Kunuunsee Turse – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Bitootessa 01/2018 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad daawwannaa hojii Harargee Bahaatti taasisan booda ibsa kennaniin, “Harargee Bahaa waan addaatu jira” jedhan. Dooktar Abiyyi daawwannaa Holqa Naasii’olitti…

Continue ReadingUmmanni Harargee Beekumsaafi Obsaan Fardeen Diidaa Waggoota 500 Oliif Kunuunsee Turse – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Badhaadhina Biyyaa Mirkaneessuun Nagaa Waaressuuf Tokkummaafi Walta’iinsi Dhaabbilee Amantaa Gumaacha Akka Qabu Ibsame

AMN PLUS - Bitootessa 01/2018 Waltajjiin Marii Abbootii Amantaalee Garaagaraa hirmaachise Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffameera. Maricharratti kan argaman Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Maallaqaa Magaalaa Finfinnee Obbo Abdulqaadir Reeduwaan dhaabbileen…

Continue ReadingBadhaadhina Biyyaa Mirkaneessuun Nagaa Waaressuuf Tokkummaafi Walta’iinsi Dhaabbilee Amantaa Gumaacha Akka Qabu Ibsame

‘Google’ Afaan Oromoo Dabalatee Afaanota Biroo 13 Tajaajila Odeeffannoo Barbaaduu AI’tti Guddisuu Beeksise ‎

AMN PLUS- Bitootessa 01/2018 ‎'Google' Afaanota Afrikaa AI'n odeeffannoo barbaaadan Afaan Oromoo dabalatee gara 13’tti ol guddiseera. ‎Afaanota ‘google’ Hubannoo Nam-tolchee (AI) isaatti dabale Afaanota Itoophiyaa keessaa Afaan Oromoo, Afaan…

Continue Reading‘Google’ Afaan Oromoo Dabalatee Afaanota Biroo 13 Tajaajila Odeeffannoo Barbaaduu AI’tti Guddisuu Beeksise ‎