Tajaajila Geejjibaa Magaalaa Finfinnee Teeknoloojiin Ammayyeessuu Hojjetamaa jira- Biiroo Geejjibaa Finfinnee
AMN PLUS - Bitootessa 02/2018 Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee tajaajila geejjibaa magaalaa haala itti fufiinsa qabuun ammayyeessuuf hanqinoota gama bu’uuraalee misoomaatiin mul’atan guutuuf hojiiwwan riifoormii bal’aa hojjechaa jiraachuu beeksise. Biirichi…