Mootummaan Ida’amuu yaadama haaraa hojjetee hojjechiisu fidee dhufe jedhame

AMN Plus- Fulbaana 20/2018 Mariin Kitaaba mootummaa ida’amuu irratti xiyyeefate hooggantoota Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa waliin gageefamaa jira. Kitaabni Mootumaa Ida’ammuu Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) barraa’ee eebbifamuun dubbisaaf ooluun…

Continue ReadingMootummaan Ida’amuu yaadama haaraa hojjetee hojjechiisu fidee dhufe jedhame

Ayyaana Irreechaa bara kanaa sadarkaa biyyi irra geesseen guddisnee kabajuu qabna- Obbo Maashoo Olaanaa

AMN Plus – Fulbaana 20/2018 Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti Jala bultiin Ayyaana Irreechaa bara 2018 Marii paanaaliin kabajamaa jira Saganticha irratti Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa…

Continue ReadingAyyaana Irreechaa bara kanaa sadarkaa biyyi irra geesseen guddisnee kabajuu qabna- Obbo Maashoo Olaanaa

Israa’eliifi ‎Paalastaayin wixinee dhukaasa dhaabuu Tiraampiin dhiyaate simatan

‎AMN PLUS- Fulbaana 20/2018 Israa'el, ‎Paalastaayiniifi anga'ootni addunyaa wixinee dhukaasa dhaabuu Pirezidaantiin Amerikaa Doonaald Tiraampiin dhiyaate simachuu isaanii beeksisan. Ministirri Muummee Israa'el Beenjaamin Neetaaniyaahuu Waashingtan DC'tti argamanii Tiraamp waliin erga…

Continue ReadingIsraa’eliifi ‎Paalastaayin wixinee dhukaasa dhaabuu Tiraampiin dhiyaate simatan

Irreechi iccitii uumamaatiin namaafi uumaa kan walitti araarsuudha- Obbo Hayiluu Addunyaa

AMN PLUS – Fulbaana 20/2018 Irreechi iccitii uumamaatiin namaafi uumaa kan walitti araarsuudha jedhan Hogganaan Biiroo Koomunikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa. Mariin Gumii Balal marsaa 45ffaan mata duree “Irreechi Olka'iinsa…

Continue ReadingIrreechi iccitii uumamaatiin namaafi uumaa kan walitti araarsuudha- Obbo Hayiluu Addunyaa

Itoophiyaatti lakkoofsi namoota dhukkuba Onneen qabamanii dabalaa jira- Ministeera Fayyaa

AMN PLUS- Fulbaana 19/2018 Maloota dursanii Ittisuu fayyadamuun saaxilamummaa dhukkuba Onnee xiqqeessuun akka dandaa'amu Ministeerri Fayyaa beeksise Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa guyyaa Onnee Addunyaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kenneera. Ibsicha kan kennan…

Continue ReadingItoophiyaatti lakkoofsi namoota dhukkuba Onneen qabamanii dabalaa jira- Ministeera Fayyaa

‎Uffannaan safuu cabse duudhaa Irreechaa xiqqeessa- Olaanaa Tashoomaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 19/2018 ‎Uffannaan sansakaafi cancala isaa gadhiisee safuu cabse duudhaa irreechaa xiqqeessa jedhan Daayirakteerri Misooma Aadaafi Seenaa Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa Obbo Olaanaa Tashoomaa. ‎Akkaataa sirnaa fi duudhaa…

Continue Reading‎Uffannaan safuu cabse duudhaa Irreechaa xiqqeessa- Olaanaa Tashoomaa

Horroo Guduruu Wallaggaatti hidhattoonni ABO Shanee 57 hidhannoo guutuu waliin karaa nagaan galan

AMN PLUS- Fulbaana 18/2018 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa Jaarteetti hidhattoonni ABO Shanee 57 hidhannoo guutuu waliin karaa nagaan galuu himame. Karaan qabsoo irra deemaa turan sirrii akka hin…

Continue ReadingHorroo Guduruu Wallaggaatti hidhattoonni ABO Shanee 57 hidhannoo guutuu waliin karaa nagaan galan

Finfinneetti Kompileksiin Tiyaatiraafi Siniimaa Daa’immaniifi Dargaggootaa eebbifame

AMN PLUS- Fulbaana 18/2018 Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan bakka argamanitti Kompileksii Tiyaatiraaf Siniimaa Daa'immaniifi Dargaggootaa ammayyaa eebbisiisuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingFinfinneetti Kompileksiin Tiyaatiraafi Siniimaa Daa’immaniifi Dargaggootaa eebbifame

Anniisaan Niwukilaraa akkamiin qonnaa jijjiira?

AMN PLUS- Fulbaana 18/2018 Warshaalee Xaa'oofi Agiroo Industirii gurguddoof anniisaa gahaa dhiyeessuurraa kaasee hanga jallisiiwwan gurguddoofi qorannoo akaakuwwan sanyii filatamootti, Gabbisni Niwukilaraa akkamiin qonna biyya keenyaa ceesisa? Addunyaa irraa biyyootni…

Continue ReadingAnniisaan Niwukilaraa akkamiin qonnaa jijjiira?