Hospiitaala Qiddus Phaawuloositti Kolleejjiin Yaala Fayyaa Miliniyeemii tajaajila yaala fayyaa bilisaa torbee tokkoof turu eegalchiise
AMN PLUS- Adoolessa 21/2017 Sagantaa tola Ooltummaa bara kanaaf Kolleejjiin yaala fayyaa miliniyeemii Qidduus phaawuloos Tajaajila yaala fayyaa bilisaa torbee tokkoof turu kennuu eegaleera. Saganticha kan eegalchiisaan Ministir Deetaan Ministeera…