Hojiin Kooriidarii Finfinnee aadaa hojii 24/7 nu barsiise- Obbo Gamshuu Bayyanaa

AMN PLUS- Amajjii 8/2018 Magaalaa Finfinneetti abbaa qabeenyaa invastimantoota garaa garaa kan ta’an Obbo Gamshuu Bayyanaa “Hojiin misooma Kooriidarii yeroo jalqabamu sodaannee kan turres ta’u, aadaa hojii 24/7 nu barsiise”…

Continue ReadingHojiin Kooriidarii Finfinnee aadaa hojii 24/7 nu barsiise- Obbo Gamshuu Bayyanaa

Riifoormiin diinagdee gooroo Itoophiyaa, invastaroota biyya alaa hawwateera- Obbo Ahimad Shidee

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Riifoormiin diinagdee gooroo Itoophiyaan taasifte daldala biyyoota alaa waliin babal’isuu fi invastaroota biyya alaa hawwachuuf carraa guddaa akka uume Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee ibsan. Giddu…

Continue ReadingRiifoormiin diinagdee gooroo Itoophiyaa, invastaroota biyya alaa hawwateera- Obbo Ahimad Shidee

Dargaggoo Saffisaa, Finfinnee Saffisaan Guddataa Jirtu Keessatti

AMN PLUS – Amajjii 6/2018 Addunyaarratti Tooftaa Diiploomaasii jiran hedduu keessaa "Soft Diplomacy" isa tokko. Hariiroo damee ispoortii, miidiyaa hawaasaafi aartiin addunyaa waliin taasifamu bakka argachaa dhufeera. Namoota dameewwan kanneeniin…

Continue ReadingDargaggoo Saffisaa, Finfinnee Saffisaan Guddataa Jirtu Keessatti

“Rifeensakoo akka ija haadha kootiitti ilaala, muree hin beeku” – Weellisaa Taammiraat  Katamaa

‎AMN PLUS - Mudde 22/2018 ‎”Obsi Garaa” jedhee wallee Shaggooyyeen as ba’e. Sirba "Raaga" jedhuun ammo Oromootu qaba falaa Sokki jalaa jedhee weellise. Weellisaa Taammiraat  Katamaa rifeensa daabee isaan namoonni…

Continue Reading“Rifeensakoo akka ija haadha kootiitti ilaala, muree hin beeku” – Weellisaa Taammiraat  Katamaa

Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata

AMN PLUS- Mudde 21/2018 Yeroon kan dijitaalaayizeeshinii dha. Jaarraa dijitaalaa keessatti artefishaal intelijensiin (AI) meeshaa teekinoolojii tahuurra darbee waliin tarkaanfachuuf yeroo itti si’atanii fi saffisanii argamanidha. Yeroo dijitaalaa kana keessatti…

Continue ReadingDhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata

“Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul’atakoo milkeeffadheera” Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa

AMN PLUS- Mudde 20/2018 Misooma Qarqara Laggeenii Finfinnee keessaa Ashaaraa ofiisaa qaba. Misooma Kooriidarii naannawa Shiroo Meedaatti hojjetame keessatti haadholii jirbii foo'aniif yaadannoo ijaarame irratti hirmaateera. Paartkii Tokkummaattis bobboca garagaraa…

Continue Reading“Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul’atakoo milkeeffadheera” Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa

“Abbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame” – Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii

‎AMN PLUS- Mudde 16/ 2018 Abbaan isaa Artist Gabii Eda’oo, sirba ‘Aayyookoo’ jedhuun beekama. Daa’imummaa isaatti abbaan isaa sagantaa irratti yoo affeeraman isa fudhatanii gara waltajjii deemuun akka jaalala muuziqaan…

Continue Reading“Abbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame” – Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii