Isin hojjaafi umrii isaa ilaaltu mucaan garuu miidiyaa hawaasaa ardii Afrikaa sochosaa jira. Amma Finfinnee kan jiru – Teengee Teengee
AMN PLUS- Ebla 29/2018 Qabiyyeewwan gaggabaaboo beekamtii idil addunyaa gonfataniin ijoollee waggaa 13 miidiyaa hawaasaa irratti dhiibbaa guddaa uumaa jiru Teengee Teengee Finfinneetti argama. Teegnee Teegnee saffisaan beekamtii horachuun sadarkaa…