Qabeenya buna Itoophiyaa beeksisuuf miidiyaan gahee olaanaa akka qabu ibsame
AMN PLUS- Mudde 23/2018Qabeenya buna Itoophiyaa, aadaafi duudhaa baroota dheeraaf hawaasni waliin qabu gabaa Tuurizimii addunyaa keessatti dorgomaa akka ta'uuf deeggaruu keessatti gaheen miidiyaalee Olaanaa ta’uu ibsameera.Firoomaa yeroo dheeraa hawaasni…