Imala Itoophiyaan Dhaabbata Daldala Addunyaatti makamuuf taasistu Indiyaan ni deggarti- Ministira Muummee Naareendiraa Moodii
AMN PLUS- Mudde 8/2018 Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodiin walitti dhufeenyi Itoophiyaafi Indiyaa michooma biyyoota lamaanii caalaatti guddisuun faayidaa biyyoota lamaanii irratti waliin hojjechuuf bu'aa guddaa akka qabu ibsan. Adeemsa…