Faayidaan Itoophiyaa al-ergii midhaan dheedhiifi Zayitaan akka mirkanaa’u hojjatamaa jiraachuu ibsame

AMN PLUS - Sadaasa 9/2018 Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahun Gofee konfiransii midhaan dheedhii fi dibataa Ergitoota Midhaan deedhiifi dibataa Itoophiyaafi Ministeera Daldalaafi Walitti-hidhamiinsa Naannawaatiin qophaa’erratti ergaa dabarsaniiru.…

Continue ReadingFaayidaan Itoophiyaa al-ergii midhaan dheedhiifi Zayitaan akka mirkanaa’u hojjatamaa jiraachuu ibsame

Fooramiin Biizinasii Itoophiyaafi Saa’ud Arabiyaa Finfinneetti taa’ame

AMN PLUS- Sadaasa 9/3018 Itoophiyaafi Sa'ud Arabiyaan walitti dhufeenya obbolummaa barootaaf ture cimsuu irratti mari'atan. Biyyootni lameen hariiroo gama aadaa, amantaafi daldalaatiin qaban daran cimsuun guddina diinagdee ariifachiisuuf hojjetamuu qabas…

Continue ReadingFooramiin Biizinasii Itoophiyaafi Saa’ud Arabiyaa Finfinneetti taa’ame

Pirojektiin kubbaa miilaa Daawwit Isxifaanos ‎guddattoota abdii egeree 110 leenjisaa jira

‎AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Kubbaa Miillaa Itoophiyaa jijjiiruuf guddattoota irratti hojjechuu akka barbaachisu taphataan Garee Biyyaalessaa Itoophiyaa duraanii Daawwiit Isxifaanos hime. ‎Yeroo dhiyoo kan hundeeffame pirojektiin kubbaa miilaa Daawwiti Isxifaanos…

Continue ReadingPirojektiin kubbaa miilaa Daawwit Isxifaanos ‎guddattoota abdii egeree 110 leenjisaa jira

Itoophiyaan Yaa’ii COP 32 akka keessumeessituuf filatamuu isheen UAE’n ergaa baga gammaddanii dabarsite

AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Itoophiyaa fi Gamtaan Eemireetota Arabaa hariiroo isaanii daran cimsani itti fufuuf waliigalaniiru. Deetaan Ministiraa Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Haadaraa Abarraa, Itoophiyaatti Ambaasaaddara Gamtaa Eemireetota Arabaa…

Continue ReadingItoophiyaan Yaa’ii COP 32 akka keessumeessituuf filatamuu isheen UAE’n ergaa baga gammaddanii dabarsite

“Diimokiraasummaan Gadaa, haasaafi hawwii miti, dhugaa lafa jiruudha” – Raajii Yeshiixilaa Machii (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 ‎Sirni Gadaa Diimokiraatawaadha yoo jennu haasaafi hawwiin osoo hin taane barootaaf Oromoo waliin kan jiraate ta’uu Barsiisaa Wangeelaafi Barreessaan, Raajii Yeshiixilaa Machii (PhD) himan. ‎Dooktar Yeshiixilaan…

Continue Reading“Diimokiraasummaan Gadaa, haasaafi hawwii miti, dhugaa lafa jiruudha” – Raajii Yeshiixilaa Machii (PhD)

Manni Maree Nageenyaa UN Gaazaaf Boordii Nageenyaa hundeesse

AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp wixinee qabxii 20 qabu Gaazaa ilaalchisee qopheessan raggaasisuun Boordii Nageenyaa hundeesseera. Akkaataa wixinee raggaasifame Kanaan, Boordiin…

Continue ReadingManni Maree Nageenyaa UN Gaazaaf Boordii Nageenyaa hundeesse

Mootummaan ajandaa nama irratti xiyyeeffatuuf dursa kennee hojjetaa jira- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa, "mootummaan ajandaawwan nama irratti xyyeeffataniif xiyyeeffannaa addaa kennuun misooma hunda hammatu argamsiisuuf hojjetaa jira" jedhan. Giddu galli gabaa oomishaalee…

Continue ReadingMootummaan ajandaa nama irratti xiyyeeffatuuf dursa kennee hojjetaa jira- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Hojiileen misoomaa hojjataman abdii nutti horaniiru- Jiraattota Magaalaa Samaraa

AMN PLUS-Sadaasa 9/2018 Magaalaa Samaraa Loogiyaa dabalatee hojiileen misoomaa Naannoo Affaaritti hojjetamaniifi hojjetamaa jiran abdii kan isaanitti hore ta'uu jiraattonni Naannichaa AMN PLUStti himaniiru. ‎Naannoon Affaar barootaaf hojii misoomaa, diinagdeefi…

Continue ReadingHojiileen misoomaa hojjataman abdii nutti horaniiru- Jiraattota Magaalaa Samaraa