Biddeen suuqii shaqaxaaleetti gurguruun dhorkame
AMN PLUS – Sadaasa 8/2018 Magaalaa Finfinneetti biddeen suuqiiwwan meeshaalee shaqaxni itti gurguraman keessatti gurguruun dhorkamuu Abbaan Taayitaa Nyaataafi Qorichaa Finfinnee beeksise. Hoji Gaggeessaa Itti aanaan Abbaa Taayitichaa Obbo Ingaa…