Hirmaannaan Invastmantii Abbootii qabeenyaa Chaayinaa dabalaa dhufeera

‎AMN PLUS- Onkoloolessa27/2018 ‎Hirmaannan invastimantii abbootii qabeenyaa Chaayinaa Zooonii diinagdee addaafi paarkii Indaastirii keessatti qaban guddachaa akka jiru Komporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii beeksise. ‎Hojii Raawwichiisaa olaanaan korporeeshinichaa, Fisahaa Yittaagasuu (PhD)…

Continue ReadingHirmaannaan Invastmantii Abbootii qabeenyaa Chaayinaa dabalaa dhufeera

Miidiyaaleen nageenyaaf cimanii hojjechuu akka qaban ibsame

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 27/2018 ‎Miidiyaaleen Gootota nageenyaa gootomsuun nagaaf hojjechuu akka qaban Barreessaan olaanaan yaa'ii Dhaabbilee Amantaa Magaalaa Finfinnee Soortuun Wangeelaa Taamiraat Abagaaz ibsan. ‎Nageenyarratti waan gaarii hojjechuun hawaasnis gahee…

Continue ReadingMiidiyaaleen nageenyaaf cimanii hojjechuu akka qaban ibsame

Humni qilleensaa guddummaa Itoophiyaa madaalu ijaaramaa jira- Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

AMN Plus- Onkoloolessa 27/2018 Ajajaan Olaanaan Humna Qilleensaa Itoophiyaa Letenaant Jeneraal Yilmaa Mardasaa kabaja waggaa 90ffaa hundeeffama Humna Qilleensaa Itoophiyaa ilaalchisee jiraattota magaalaa Bishooftuu fi naannawa ishee waliin mari’atan. Humni…

Continue ReadingHumni qilleensaa guddummaa Itoophiyaa madaalu ijaaramaa jira- Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaa

Filiippiinsi lammiilee 117 balaa obomboleettiin dhabde, labsii yeroo hatattammaa labsite

‎AMN Plus- Onkoloolessa 27/2018 ‎Filiippinsitti balaa obomboleettii Kalmaa'egii jedhamuun lammiilee 117 lubbuu dhabuu hordofee, labsii yeroo hatattammaa labsiteetti. ‎Obomboleettii hamaa rooba cimaa makate kanaan namootni 124 bakki gahan hin beekamne.…

Continue ReadingFiliippiinsi lammiilee 117 balaa obomboleettiin dhabde, labsii yeroo hatattammaa labsite

“Kitaaba biyyakoof ta’u barreessan jira, yoo fedha waaqaa ta’e dhiyeenya nan xumura” Komishinar Lalisee Dhugaa

‎AMN Plus- Onkoloolessa 25/ 2018 ‎Muuxannoolee biyyoota addaddaa walitti fiduun Oromiyaa Kaartaa Turizimii Addunyaarratti mul'isuuf sochii eegalametti kan makaman barii jijjiiramaati. Finfinneetti dhalatanii guddatan, achiis waggoota 20 oliif dhaabbilee idil…

Continue Reading“Kitaaba biyyakoof ta’u barreessan jira, yoo fedha waaqaa ta’e dhiyeenya nan xumura” Komishinar Lalisee Dhugaa

Buufatni Xiyyaaraa Bishooftuutti ijaaramu Itoopiyaa Wiirtuu Invastimantii Guddaa Afriikaa taasisa jedhame

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 24/2018 ‎Itoophiyaan buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuutti ijaartuun wiirtuu diinagdeefi daldalaa jabduu Afriikaa akka taatuuf gahee olaanaa akka qabu ibsameera. ‎Yaa'ii Invastimantii Itoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa, Faransaayitti…

Continue ReadingBuufatni Xiyyaaraa Bishooftuutti ijaaramu Itoopiyaa Wiirtuu Invastimantii Guddaa Afriikaa taasisa jedhame

Itoophiyaan naannawaa invastimantii mijataa uumuuf kutannoo qabaachuun ibsame

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 24/2018 ‎Itoophiyaan naannawaa invastimantii mijataa uumuuf damee invastimantirratti riifoormii taasisuuf kutannoo qabdu Komishinarri komishinii Invastimantii Itoophiyaa Zallaqaa Tamasgeen (PhD) ibsan. ‎Komishinar Zallaqaan yaa'ii Invastimantii Itoophiyaa fi Gamtaa…

Continue ReadingItoophiyaan naannawaa invastimantii mijataa uumuuf kutannoo qabaachuun ibsame

Mana Fincaanii xixiqqaa ijaaruurraa hanga Pirojektii Birrii Biliyoona 20tti- Injinar Abdii Fiqaaduu

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 25/ 2018 Duraan hojjetaa mootummaa ture, boodarra hojii dhuunfaa damee ijaarsaa eegale. Injinar Abdii Fiqaadu. Yeroo hojii dhuunfaa eegalu Pirojektii xixiqqaa manneen fincaanii baadiyyaa ijaaruun eegale. Har'a…

Continue ReadingMana Fincaanii xixiqqaa ijaaruurraa hanga Pirojektii Birrii Biliyoona 20tti- Injinar Abdii Fiqaaduu

TPLF yoo waraanni eegalu holqatti baqata, kan miidhamu uummata – Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaa

AMN Plus- Onkololeessa 25, 2018 TPLF qocholaafi yakkoota waraanatti seenuuf dirqisiisoo ta’an raawwachaa jira jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waaranaa FDRI Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaan. Guyyaan Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa…

Continue ReadingTPLF yoo waraanni eegalu holqatti baqata, kan miidhamu uummata – Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaa

‎Chaayinaan konkolaataa balali’u addunyaaf isa jalqabaa ta’e oomishuu eegalte

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 25/2018 ‎Chaayinaan konkolaataa balali'u isa jalqabaa ta'e warshaa kibba biyyattiitti argamutti oomishuu akka eegalte beeksisteetti. ‎Konkolaataan balali'u kun addunyaa irratti isa jalqabaa yoo ta'u "Konkolaataa Dhaloota Dhufuu"…

Continue Reading‎Chaayinaan konkolaataa balali’u addunyaaf isa jalqabaa ta’e oomishuu eegalte