Dureeyyiin Nezerlaandis hirmaannaa Invastimantii Itiyoophiyaatti qaban akka cimsan gaafatame

AMN PLUS - Ebla 01/2017 Dureeyyiin Nezerlaandis carraalee Invastimantii mijataatti fayyadamuun hirmaannaa Invastimantii Itoophiyaatti qaban akka guddisan ministirri dhimma alaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr) waamicha taasisan. Ministirri dhimma alaa Geediyoon Ximootiwoos…

Continue ReadingDureeyyiin Nezerlaandis hirmaannaa Invastimantii Itiyoophiyaatti qaban akka cimsan gaafatame

Kantiibaa Adaaneche Abeebeen Agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisan

AMN – Bitootessa 29/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisaniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin…

Continue ReadingKantiibaa Adaaneche Abeebeen Agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisan

Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera – Obbo Addisuu Araggaa

AMN – Bitootessa 26/207 Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaachuu Sadarkaa Pirezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Baadiyyaa Obbo Addisuu Araggaa ibsan. Obbo Addisuu Araggaa…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoona 4.7 dhiyaateera – Obbo Addisuu Araggaa

“Hidhi Haaromsaa mallattoo mo’icha dhaloota kanaati” – Hiruut Kaasaa (Dr.)

AMN PLUS- Bitootessa 26/2017 Hidhi Haaromsaa mallattoo mo'icha dhaloota kanaa ta’uu Hoggantuun Biiroo Aadaa, Aartiifi Tuurizimii Magaalaa Finfinnee Hiruut Kaasaa (Dr.) ibsan Biirochi waggaa 14ffaa jalqabbii Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa…

Continue Reading“Hidhi Haaromsaa mallattoo mo’icha dhaloota kanaati” – Hiruut Kaasaa (Dr.)

‘Waggoottan jijjiramaa 7 darban galiin Magaalaa Finfinnee harka 8’n dabaleera’- Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Bitootessa 26/2017 Waggoottan jijjirama 7 darban galiin Magaalaa Finfinnee harka 8’n dabaluusaa Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Bulchiinsi Magaalichaa bara 2010 birrii biiliyoona 30 walitti qabe,…

Continue Reading‘Waggoottan jijjiramaa 7 darban galiin Magaalaa Finfinnee harka 8’n dabaleera’- Adaanech Abeebee

‘Bu’aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruudha’ – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Bitootessa 26/2017 Bu'aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Badhaadhina ni fidna…

Continue Reading‘Bu’aawwan gurguddoo waaggottan jijjirama 7 darban galamaa’an keessa inni guddaan aadaa hojii jijjiruudha’ – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Caalbaasichaan doolaarri tokko giddu galeessaan birrii 131’n gurgurameera – Baankii Biyyaalessaa

AMN – Bitootessa 23/2017 Caalbaasichaan doolaarri tokko giddu galeessaan birrii 131.7’n gurguruusaa Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise. Baankichi bu’aa caalbaasii doolaara miiliyoona 50 har’a taasise ifoomseera. Haaluma kanaan giddu galeessaan doolaarri…

Continue ReadingCaalbaasichaan doolaarri tokko giddu galeessaan birrii 131’n gurgurameera – Baankii Biyyaalessaa

Waggoottan jijjiiramaatti sirna daldalaa si’eessuu fi dhiheessii guddisuun hanga qaala’iins gatii fooyyessuun danda’ameera Kaasaahuun Goofee (Dr.)

AMN PLUS- Bitootessa 23/2017 Waggoottan jijjiiramaa sirna daldalaa si’eessuu fi dhiheessii guddisuun hanga qaal’aiinsa gatii fooyyessuun akka danda’ame Ministirri Daldalaa fi walitti Hidhamiinsa Naannowaa Kaasaahuun Goofee (Dr.) ibsan. Kaasaahuun Goofee…

Continue ReadingWaggoottan jijjiiramaatti sirna daldalaa si’eessuu fi dhiheessii guddisuun hanga qaala’iins gatii fooyyessuun danda’ameera Kaasaahuun Goofee (Dr.)

Kaampaanichi doolaara Ameerikaa miiliyoona 47’n zoonii dinagdee addaa Hawasasaa keessatti hojii babalisuu akka hojjetu ibse.

AMN - Bitootessa 22/2017 Kaampaaniin Jaappaan Soolaarii oomishu Tooyoo Soolaar doolaara Ameerikaa miiliyoona 47’n zoonii dinagdee addaa Hawasasaa keessatti hojii babalisuu hojjechuuf karoorsuu isaa beeksise. Hojii babal’isuuf lafa karee meetira…

Continue ReadingKaampaanichi doolaara Ameerikaa miiliyoona 47’n zoonii dinagdee addaa Hawasasaa keessatti hojii babalisuu akka hojjetu ibse.

‘Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti’ – Isteefan Kaaringii

AMN- Bitootessa 13/2017 Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee waloo ta’uu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii, Komishinii Diinagdee Afrikaatti Daarektarri Kutaa Hariiroo Naannoo fi Daldalaa Isteefan Kaaringii dubbatan. Madda oomisha guddaa kan…

Continue Reading‘Hidhi Haaromsi Guddichi Afrikaaf humna dinagdee walooti’ – Isteefan Kaaringii