Finfinneen Kenna Tajaajila Socho’aa A-Masoob Afriikaaf Kan Jalqabaa Ta’e Eegaluufi – Obbo Yoonaas Alamaayyoo

‎AMN PLUS- Guraandhala 17/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti kenniinsi tajaajila socho'aa Addis Masoob atoobusiin kennamu akka Afriikaatti kan jalqabaa ta'e torbanoota muraasa keessatti kan eegalamu tahuu Daayirektara Olaanaa Tajaajila Giddu Gala Tokkoo…

Continue ReadingFinfinneen Kenna Tajaajila Socho’aa A-Masoob Afriikaaf Kan Jalqabaa Ta’e Eegaluufi – Obbo Yoonaas Alamaayyoo

Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

AMN PLUS- Guraandhala 03/2018 Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.  Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti…

Continue ReadingBiyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?

Qormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa Guutummaan Guutuutti Marsariitiidhaan Kennama

AMN PLUS- Guraandhala 02/2018 Qormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa bara 2018 guutummaan guutuutti marsariitiidhaan kennuuf qophiin dursaa taasifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan raawwii hojii damee barnootaa…

Continue ReadingQormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa Guutummaan Guutuutti Marsariitiidhaan Kennama

Itoophiyaan Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii addunyaa irraa 2ffaa ta’e bara dhufu ni eebbisiisti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Amajjii 26/2018 ‎Itoophiyaan waggaa tokko yeroo hin caalle keessatti, Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii (AI)addunyaa irraa 2ffaa ta’e akka eebbissiistu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) beeksisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar…

Continue ReadingItoophiyaan Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii addunyaa irraa 2ffaa ta’e bara dhufu ni eebbisiisti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Waraqaan Eenyummaa Dijitaalaa, Furmaata Tajaajila Saffisaa fi Jireenya ammayyaati- Jiraattota Finfinnee‎‎

AMN PLUS- Amajji 22/2018 “Faayidaan jiruu isaanii idilee akkasumas tajaajiloota garaa garaa argachuuf bu’aa olaanaa akka qabu eeruun galmaa'aa jiraachuu jiraattota aanolee kanneenii keessaa hagi tokko AMN PLUS’f ibsaniiru.‎‎Jiraataa Aanaa…

Continue ReadingWaraqaan Eenyummaa Dijitaalaa, Furmaata Tajaajila Saffisaa fi Jireenya ammayyaati- Jiraattota Finfinnee‎‎

‎Itiyoo-Telekoom ji’oottan jahan darbanitti galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise

‎AMN PLUS ‎Itiyoo-Telekoom gabaasa raawwii hojii ji'oottan jahan darbanii dhiyeesseen galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise. ‎Gabaasicha kan dhiyeessan Hojii Raawwachiistuun Dhaabbatichaa Firehiwot Taammiruu raawwii kurmaana jalqabaa bara kanaatiin…

Continue Reading‎Itiyoo-Telekoom ji’oottan jahan darbanitti galii birrii biiliyoona 85 walitti qabuu beeksise

Daa’imman maatii dhiisanii, miidiyaa hawaasaa da’oo godhachaa jiru – Abbootii Amantaa

AMN PLUS -Amajjii 20/2018 ‎Yoo ijoolleen nama rakkisan bilbila itti kennanii of irraa ari'uun ijoollee waan badaadhaaf saaxiluu akka ta'e Abbootiin Amantaa turtii AMN Qophii Roga Dubbii waliin taasisan himan.…

Continue ReadingDaa’imman maatii dhiisanii, miidiyaa hawaasaa da’oo godhachaa jiru – Abbootii Amantaa

AI misoomsuun maallaqa seeraan alaafi deggersa shororkeessummaaf oolu to’achuuf waliigalteen mallatteeffame

AMN PLUS- Amajjii 19/2018‎‎Maallaqa seeraan alaa fi deeggarsa shororkeessummaa maallaqaan taasifamu ittisuuf sirna hubannoo namtolchee (AI)’n hojjetu misoomsuuf waliigalteen mallattaa’eera.‎‎Waliigalticha kan mallatteessan Daayirektara Olaanaa Inistitiyuutii Artifishaal Intelejensii Itoophiyaa Injinar Warquu…

Continue ReadingAI misoomsuun maallaqa seeraan alaafi deggersa shororkeessummaaf oolu to’achuuf waliigalteen mallatteeffame

Finfinneetti tajaajila daldalaa dijitaalessuun, gabaa tasgabbesseera- Biiroo Daldalaa

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Kenniinsa tajaajila daldalaa dijitaalessuun gama maraan gabaa tasgabbeessuun akka danda’ame Hoggantuun Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj ibsan. Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee raawwii hojii Ji'oottan…

Continue ReadingFinfinneetti tajaajila daldalaa dijitaalessuun, gabaa tasgabbesseera- Biiroo Daldalaa

“AI carraa hojii namatti cufa jechuun kanneen sodaatan, ilaalcha dogoggoraa keessa jiru” – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 27/2018 ‎"Yoo qophoofne, yoo hir'iba keenya dhiisne, yoo saffisne AI'n akkuma Gitaaraa, TV fi konkolaataa kan itti fayyadamnu taha" jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Hubannoo…

Continue Reading“AI carraa hojii namatti cufa jechuun kanneen sodaatan, ilaalcha dogoggoraa keessa jiru” – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)