Obbo Geetaachoo Raddaa Gorsaa Dhimma Afrikaa Bahaa ta’anii muudaman

AMN PLUS- Ebila 3/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad(Dr.), guyyaa har'aa Eebla 03/2017 irraa eegalanii Obbo Geetaachoo Raddaa, Gorsaa Ministira Dhimmoota Afrikaa Bahaa gochuun muuduu isaanii odeeffannoon waajjira mMinisteera Muummee irraa…

Continue ReadingObbo Geetaachoo Raddaa Gorsaa Dhimma Afrikaa Bahaa ta’anii muudaman

Itiyoo telekoom tajaajila neetiworkii dhaloota shanaffaa (5G) Magaalota Roobee fi Asallaatti eegalchiise.

‎ ‎AMN PLUS- Ebila 02/08/2017 ‎ ‎ ‎Sagantaa eegalchisa tajaajile neetworkii dhaloota Shannaffaa (5G) Hojii Raawwachiftuun Olaantuun Itiyootelekoom Fireehiwoot Taammiruu hojiin babal'ina tajaajila neetworkii (5G) kun tajaajila interneetii saffisa olaanaa…

Continue ReadingItiyoo telekoom tajaajila neetiworkii dhaloota shanaffaa (5G) Magaalota Roobee fi Asallaatti eegalchiise.

Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee meeshaalee barnootaa adda addaa Naannoo Gaambeellaaf arjoome

AMN PLUS- Eebla 2/2017 Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee meeshaalee barnootaa adda addaa Naannoo Gaambeellaaf arjoomeera Deeggarsicha Pirezidaanti Mootummaa Naannichaa Aadde Alamituu Umoodi fi Af-yaa'ii Mana Maree Naannichaa Aadde Masarat…

Continue ReadingManni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee meeshaalee barnootaa adda addaa Naannoo Gaambeellaaf arjoome

Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa walgahii taa’een haalota biyyaa, naannawaafi idil-addunyaa qorateera.

AMN PLUS- Ebla 01, 2017 Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa walgahii har'a Ebla 01, 2017 taa'een haalota nageenya biyyaa, naannawaafi idil-addunyaa qorateera. Manni marichaa walgahii kana booda ibsa baaseera. Itoophiyaa baroottaniif…

Continue ReadingManni Maree Nageenya Biyyaalessaa walgahii taa’een haalota biyyaa, naannawaafi idil-addunyaa qorateera.

Finfinneetti araddaan Daalattii haga Muujjaa Mandara Barnootaa akka ta’u murtaa’e

AMN PLUS- Bitootessa 30, 2017 Kaabineen magaalaa Finfinnee araddaa Daalattii (4 Kiiloo) haga Muujjaa (Shiroo Meedaa) Mandara Barnootaa akka ta'u murteesse. Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waggaa 4ffaa walgahii idilee 9ffaan…

Continue ReadingFinfinneetti araddaan Daalattii haga Muujjaa Mandara Barnootaa akka ta’u murtaa’e

Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waggaa 4ffaa walgahii idilee 9ffaan murtoo dabarse

AMN - Bitootessa 30/2017 Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waggaa 4ffaa walgahii idilee 9ffaan ajandaawwan afur irratti mari'achuun murtoo dabarseera. Haaluma kanaan 1ffaa. Ministeera Karooraafi Misoomaafi Ministeera Barnootaan waloon qoratamee kan…

Continue ReadingKaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee waggaa 4ffaa walgahii idilee 9ffaan murtoo dabarse

‘Dhaabbileen amantaa bu’uura nageenyaa waan ta’aniif nagaa waaressuu fi araara labsuun tokkummaa sab-daneessa mirkaneessuu keessatti gaheesaanii bahaachuu qabu’ – Obbo Kaffaaloo Tafarraa

AMN – Eebla 01/2017 Dhaabbileen amantaa bu’uura nageenyaa waan ta’aniif nagaa waaressuu fi araara labsuun tokkummaa sab-daneessa mirkaneessuu keessatti gaheesaanii bahaachuu akka qaban Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo…

Continue Reading‘Dhaabbileen amantaa bu’uura nageenyaa waan ta’aniif nagaa waaressuu fi araara labsuun tokkummaa sab-daneessa mirkaneessuu keessatti gaheesaanii bahaachuu qabu’ – Obbo Kaffaaloo Tafarraa

Leetanaal Jeneraal Taaddasaa Warradaan Obbo Geetaachoo Raddaa bakka bu’uun aangoo Pirezidaantummaa Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fudhatan

AMN – Bitootessa 30/2017 Jeneraal Taaddasaa Warradaan Obbo Geetaachoo Raddaa bakka bu’uun aangoo Pirezidaantummaa Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fudhataniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaan dabarsaniin har’a…

Continue ReadingLeetanaal Jeneraal Taaddasaa Warradaan Obbo Geetaachoo Raddaa bakka bu’uun aangoo Pirezidaantummaa Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fudhatan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’atan

AMN – Bitootessa 30/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’atan

Kantiibaa Adaaneche Abeebeen Agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisan

AMN – Bitootessa 29/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisaniiru. Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin…

Continue ReadingKantiibaa Adaaneche Abeebeen Agarsiisa Indaastiriiwwan Oomishaa Itoophiyaa – Finfinneen haa oomishtuu bara 2017 eegalchiisan