Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa’atii 1:30 irraa eegalu

AMN PLUS - Bitootessa 13/2018 Arteettaafi Gaardiyolaan barataafi barsiisaa turan. Lammiileen Ispeen kunniin lameen sirriitti quba wal qabu. Dubbii hin haalamne baay'een kan dhugaa bahan Arteettaa keessatti Peep daawwachuun baratamaa…

Continue ReadingWal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa’atii 1:30 irraa eegalu

Beellama Cimaa Baarseloonaa Vs Niwukaastil Yuunaayitid Galgala Kana Sa’atii 2:45 Irraa Eegalu

AMN PLUS - Bitootessa 09/2018 Arseenaal, Ispoortiingi Lizban, PSG fi Riyaal Maadriid tikkeettii gara tapha nuusa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatti isaan geessu harkatti qabataniiru. Daandii gara nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaatti…

Continue ReadingBeellama Cimaa Baarseloonaa Vs Niwukaastil Yuunaayitid Galgala Kana Sa’atii 2:45 Irraa Eegalu

Senegaal Mana Murtii Ispoortii Addunyaatti ijibbaata akka dhaabbattu beeksiste

AMN PLUS- Bitootessa 09/2018 Konfedereeshiniin Kubbaa Miillaa Afriikaa (CAF) Waancaa Afriikaa Senegaal injifatte haquun Morookoof akka kennamu murteessuu hordofee Federeeshiniin Kubbaa Miillaa Senegaal ibsa baaseera. Ibsa kanaanis "Murtoon CAF haqa-maleessafi…

Continue ReadingSenegaal Mana Murtii Ispoortii Addunyaatti ijibbaata akka dhaabbattu beeksiste

Qabxiin waancaa Afriikaa Senegaal galmeessiste haqamee waancichi Moorookoof akka kennamu murtaa’e

AMN - Bitootessa 8/2018 Qabxiin waancaa Afriikaa Senegaal galmeessiste haqamee waancichi Moorookoof akka kennamu 'CAF' murteesseera. Tapha xumuraa waancaa Afriikaa falmii cimaa keessummeesseen Senegaal qopheessituu waancaa Afriikaa Moorookoo goolii 1…

Continue ReadingQabxiin waancaa Afriikaa Senegaal galmeessiste haqamee waancichi Moorookoof akka kennamu murtaa’e

Cheelsiin Gabaa Jijjiirraa Taphattootaatti Akka Hin Hirmaanne Dhorkame

AMN PLUS - Bitootessa 07/2018 Kilabni Magaalaa London Cheelsiin seera jijjiirraa taphattootaaf bahe cabsuun gabaa jijjiirraa taphattoota garee kilabichaa jalqabaaf akka hin raawwanne dhorkamuu ibsameera. Dhorkiin Cheelsii abbaa qabeenya kilabichaa…

Continue ReadingCheelsiin Gabaa Jijjiirraa Taphattootaatti Akka Hin Hirmaanne Dhorkame

Maarki fi Maaksi: Dubbii Kubbaa Miilaa Bubbuleefi Irra Deebi’ame – Roonii vs Doowmaan

AMN PLUS - Bitootessa 06/2018 Maarkiifi Maaksi Ingilizoota osoo hin gahiin gahan yeroo isaaniitti mi'eessitu tapha kubbaa miilaa dhugaa lakkoofsotni ragaa bahan galmeessaniiru. Seenaa kubbaa miilaa Addunyaa dhugaa bu'uureffate, yaadaan…

Continue ReadingMaarki fi Maaksi: Dubbii Kubbaa Miilaa Bubbuleefi Irra Deebi’ame – Roonii vs Doowmaan

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan yeroo shan shan wal injifachuun yeroo shan ammoo mee turi dubbiin haa bultuu jedhan; RM vs Siitii

AMN PLUS – Bitootessa 02/2018 Galgala si’oominaan eegamu tapha mo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan kilabootni 8 beellama wal-biraa qabu. Arseenaal kilabni waltajjii tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara kanaatiin tapha tokkollee…

Continue ReadingShaampiyoonsi Liigii Awurooppaan yeroo shan shan wal injifachuun yeroo shan ammoo mee turi dubbiin haa bultuu jedhan; RM vs Siitii

Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Har’a Galgalaan Kilaba Isa Kamirraa Maal Eegdu?

AMN PLUS – Bitootessa 01/2018 Addunyaa kubbaa miilaan waancaan gurra guddaa Ardii Awurooppaa taphni Shaampiyoonsi Liigii kilaboota 36’n eegale amma 16 qofa walitti hambiseera. Wal-morkiin kilaboota 16 gara nuusa xumuraatti…

Continue ReadingTaphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Har’a Galgalaan Kilaba Isa Kamirraa Maal Eegdu?

Taphni Waancaa Addunyaa 2026 gaggeeffamuuf guyyoota meeqatu hafa? Biyyoota meeqatimmoo itti hirmaachuuf Tikkeettii kutate?

AMN PLUS - Guraandhala 24/2018 Hawaasni ispoortii Idil Addunyaa madda bashannanaa jedhee kan eegu urjiileen kubbaa miilaa akka Liyoonel Andirees Meesiifi Kiristaanoo Ronaaldoo Doosaantoos Aviyeeroo (CR7) kan itti wal-keessummeessan taphni…

Continue ReadingTaphni Waancaa Addunyaa 2026 gaggeeffamuuf guyyoota meeqatu hafa? Biyyoota meeqatimmoo itti hirmaachuuf Tikkeettii kutate?