Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa

AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Shira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan. Obbo Araggaa Kabbadaan hiriira deeggarsaa eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun magaalaa Bahir Daaritti gaggeeffame…

Continue ReadingShira diinotaa cabsuun tokkummaan dhaabbachuu dandeenyeerra- Obbo Araggaa Kabbadaa

Milkaa’inni Hidha Haaromsaan argame hojiilee biroon itti fufuu qaba- Obbo Kaasaahun Gonfaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 5/2018 ‎Injifannoo Adawaa 2ffaa kan ta'e milkaa'inni Hidha Haaromsaan argame hojiilee biroon itti fufuu akka qabu Hoji Raawwachiisaa Olaanaa AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa ibsan. AMN marii torbanii…

Continue ReadingMilkaa’inni Hidha Haaromsaan argame hojiilee biroon itti fufuu qaba- Obbo Kaasaahun Gonfaa

Hidhi Haaromsaa kutannoo waloo Itoophiyaanotaan milkaa’e- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Fulbaana 4/2018 Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hidhi Haaromsaa gamtaan danda’uu keenyaaf ragaa jiraataadha jedhan. Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, lagni Abbaay dhorkaa…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa kutannoo waloo Itoophiyaanotaan milkaa’e- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Hidhi Haaromsaa agarsiistuu tokkummaa, waltumsuufi danda’uu keenyaati- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Fulbaana 3/2018 Hidhaan Guddichi Haaromsa Itoophiyaa xumuramee tajaajila eegaluun gaabbii uummataa barootaaf tureef deebii kan ta'e jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Hidhi injifannoo kun agarsiistuu…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa agarsiistuu tokkummaa, waltumsuufi danda’uu keenyaati- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Injifannoon Hidha Haaromsaa Pirojektota biroo eegaluuf kaka’umsa uuma- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

‎AMN PLUS-Fuulbaana 2/2018 ‎Injifannoon Hidha haaromsa guddicha Itoophiyaatiin galmaaa'e kaka'umsa kan uumee fi pirojektoota biroo eegaluuf illee humna guddaa kan akka ta'u Kantiibaan Itti Aanaa fi Hoogganaan Biiroo Indastirii Bulchiinsa…

Continue ReadingInjifannoon Hidha Haaromsaa Pirojektota biroo eegaluuf kaka’umsa uuma- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa Siidaa keenya Isa guddaadha- Kantiibaa Adaanach Abeebee

‎AMN PLUS- Qaammee 4/2017 ‎Xumuramuun hidha haaroomsa guddichi dafqa, dhiiga, dadhabbi, tattaaffii fi kan xiiqii lammiilee Itoophiyaa ta’uu Kantiibaa Adaanach Abeebee ibsaniiru. ‌‎Hidhi"Hidhi haaromsa guddichi kan hin boorofne, duubatti kan…

Continue ReadingHidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa Siidaa keenya Isa guddaadha- Kantiibaa Adaanach Abeebee

Torban muraasa keessatti Warshaa Gaazii eebbisna- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS- Qaammee 04/2017 ‎Itoophiyaan torban muraasa keessatti warshaa gaazii isa jalqabaa akka eebbiftu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) beeksisaniiru. ‎Ministirri Muummee eebba hidha haaromsaa irratti ergaa dabarsaniin Itoophiyaan yeroowwan…

Continue ReadingTorban muraasa keessatti Warshaa Gaazii eebbisna- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Hidhaan Haaromsaa hanguma Itoophiyaanotni itti cichooman gaha- Dr.Injinar Habtaamuu Ittafaa

‎AMN PLUS - Qaammee 1/2017 Hidhi Guddichi Haaromsa Itoophiyaa biyyoon akka hin guutamne hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa hojjatameera jedhan Ministirri Bishaaniifi Inarjii Doktar Injinar Habtaamuu Ittafaa. ‎Asxaafi mallattoo tokkummaa saboota,…

Continue ReadingHidhaan Haaromsaa hanguma Itoophiyaanotni itti cichooman gaha- Dr.Injinar Habtaamuu Ittafaa