Itooohiyaan Yaa’ii COP-32 Keessumeessuuf Filatamuun Afrikaaf Carraa Guddaadha – Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

‎AMN PLUS - Guraandhala 04/2018 ‎Yaa'iin idilee 48ffaa mana maree hojii raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa hanga guyyaa borii turu Ministeeroota Dhimma Alaa Biyyoota Miseensa Gamtichaafi keessummoota garaagaraas hirmaachiisuun taa'amu eegaleera. ‎Keessummoota…

Continue ReadingItooohiyaan Yaa’ii COP-32 Keessumeessuuf Filatamuun Afrikaaf Carraa Guddaadha – Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

Wiirtuu Waloomaa Afrikaa, Iddoo Yaa’iifi Tumsa Biyyootaa – Adawaa

‎AMN PLUS - Guraandhala 04/2018 ‎Injifannoon Adawaa seenaa Itoophiyaa qofa osoo hin taane, seenaa guutuu Afrikaaf mallattoo bilisummaafi tokkummaa ta'uu kanneen godambaa yaadannoo injifannoo daawwatan himan. Injifannoon kun dhiigaafi lubbuu…

Continue ReadingWiirtuu Waloomaa Afrikaa, Iddoo Yaa’iifi Tumsa Biyyootaa – Adawaa

Itoophiyaan walga’ii Gamtaa Afrikaa 39ffaa fi walga’ii Afrikaa-Itaalii 2ffaa irratti jila olaanoo hirmaachuuf dhufan yeroo kamiyyuu caalaa simachuuf qophooftee jirti-MM Abiyyi Ahimad(PhD)

AMN PLUS-Guraandhala 4/2018 Galmawwan walga’ii idil-addunyaa qulqullina olaanaa fi bifa ammayyaa qabuun ijaaraman, akkasumas iddoowwan gahumsa tuurizimii mijatoo fi ammayyaa sadarkaa isaanii eeggatanii bifa haaraan miidhaganii qophaa’an turtii walga’ii kana…

Continue ReadingItoophiyaan walga’ii Gamtaa Afrikaa 39ffaa fi walga’ii Afrikaa-Itaalii 2ffaa irratti jila olaanoo hirmaachuuf dhufan yeroo kamiyyuu caalaa simachuuf qophooftee jirti-MM Abiyyi Ahimad(PhD)

Yaa’iin Idilee 48ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa Taa’amuu Eegale

‎AMN PLUS- Guraandhala 04/2018 ‎Yaa'iin idilee 48ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa bara faranjootaa 2026 bakka Ministeerootni Dhimma Alaa Biyyoota Miseensa gamtichaa argamaniitti taa'amuu eegaleera. ‎Yaa'ii Mana Marichaa irratti…

Continue ReadingYaa’iin Idilee 48ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa Taa’amuu Eegale

Itoophiyaan Maaliif Teessoo Dhaabbata Gamtaa Afrikaa Tahuun Filatamte?

AMN PLUS-Guraandhal 03/2018 Injifannoon Adawaa wal-qixummaa sochii bilisummaa  gurraachoota kan sochoose biyyoota Afrikaa kanneen biroofillee bu’uura akka ta’e Yuunivarsiitii Bulee Horaatti Qorataan Misoomaafi Nageenya Afrikaa Galchuu Jaaroo (PhD) ibsaniiru. Sochiin…

Continue ReadingItoophiyaan Maaliif Teessoo Dhaabbata Gamtaa Afrikaa Tahuun Filatamte?

Biyyootni Afrikaa Marii Biyyaalessaa irraa maal fayyadaman?

AMN PLUS- Guraandhala 02/2018 Biyyootni Afrikaa seenaa isaanii keessatti rakkoowwan damdaneessaa gama siyaasaa, hawaasummaa fi diinagdeen isaan mudate furuuf Marii Biyyaalessaa (National Dialogue/Peace and Reconciliation) akka mala furmaataa ijootti fayyadamaniiru.…

Continue ReadingBiyyootni Afrikaa Marii Biyyaalessaa irraa maal fayyadaman?

Komiishinarootni Komiishinii Gamtaa Afrikaa maal hojjetu?

‎AMN PLUS - Guraandhala 02/2018 Komiishinarootni ‎Komiishinii Gamtaa Afrikaa qaama hojii raawwachiisummaa fi bulchiinsaa Gamtichaati. Komiishinarootni ‎Komiishinichaa hojiiwwan guyyaa guyyaa Gamtaa Afrikaa raawwachiisuun alatti, imaammatootni baafamanis hojiitti akka hiikaman taasisu.…

Continue ReadingKomiishinarootni Komiishinii Gamtaa Afrikaa maal hojjetu?

Sudaan hirmaannaa guutuu IGAD keessatti taasisuuf murtoon taasiste nageenya qaxanaa mirkaneessuuf murteessaa ta’uu himame

AMN PLUS- Guraandhala 02/ 2018 Dhaabbanni Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa( IGAD) murtoo Sudaan hirmaannaa guutuu dhaabbaticha keessatti taasisuuf dabarsite gammachuudhaanan fudhadha jedhe. Barreessaa Olaanaan IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoon akka jedhanitti…

Continue ReadingSudaan hirmaannaa guutuu IGAD keessatti taasisuuf murtoon taasiste nageenya qaxanaa mirkaneessuuf murteessaa ta’uu himame

Saalvaa Kiir nama lubbuun hin jirreef muudama erga kennanii booda hojjettoota waajjirasaanii lama hojiirraa geggeessan

AMN PLUS – Amajjii 27/2018 Pirezidantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir nama lubbuun hin jirre marii dhimma filannoo akka gaggeessuuf erga muudanii booda gargaartota isaanii olaanoo lama hojiirraa geggeessan. Namni waggaa…

Continue ReadingSaalvaa Kiir nama lubbuun hin jirreef muudama erga kennanii booda hojjettoota waajjirasaanii lama hojiirraa geggeessan