Rakkoo Sudaaniif deebiin Idil Addunyaa qindaa’e barbaachisa- Doktar Warqinaa Gabayyoo
AMN PLUS- Sadaasa 10/2018 Walitti bu’insi Sudaan furmaata waaraa akka argatuuf Hawaasni Idil-Addunyaa deebii qindaa’e akka kennuuf Barreessaan olaanaan IGAD Dr. Warqinaa Gabayyoo waamicha dhiheessan. Foramiin jila addaa 2ffaa IGAD…