Niwukilara kaayyoo nagaaf oolchuuf galmi qabame cehumsa indastiriifi teekinooloojii Itoophiyaa akka saffisiisu ibsame

AMN PLUS-Sadaasa 22/2018 Anniisaa Niwukilaraa kaayyoo nagaaf oolchuuf galmi qabame cehumsa Itoophiyaa akka saffisiisu Ministeerri Indastirii beeksise. Ministirri Indastirii Obbo Malaakuu Allabal, pirojektootni biyyaalessaa gurguddoo misiraachoowwan Gubaa ta’an galma Itoophiyaan…

Continue ReadingNiwukilara kaayyoo nagaaf oolchuuf galmi qabame cehumsa indastiriifi teekinooloojii Itoophiyaa akka saffisiisu ibsame

AMN teekinooloojiin of fooyyessaa tajaajila hawaasni barbaadu dhiyeessaa jiraachuu ibsame

AMN PLUS-Sadaasa 22/2018 Manni Murtii ol Iyyannoo Magaalaa Finfinnee AMN sagalee dhalootaa waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibseera. Pirezidaantii itti aantuun Manni murtichaa Aadde Firaa'ol Tolasaa AMN miidiyaa guddicha magaalaan Finfinnee…

Continue ReadingAMN teekinooloojiin of fooyyessaa tajaajila hawaasni barbaadu dhiyeessaa jiraachuu ibsame

Teeknooloojiin Qonnaa Oomishtummaa Keenyaaf Utubaadha- Qonnaan Bultoota Qabeenaa

AMN PLUS - Sadaasa 12/2018 Qonnaan bultoonni Naannoo Gidduu Galeessaa Itoophiyaa Aanaa Addaa Qabeenaa bu'aawwan teekinoloojii ammayyaatti fayyadamuun waggaatti yeroo lamaafi isaa ol oomishaa jirra jedhan. Tuutni Gaazexeessitootaa hojiilee misooma…

Continue ReadingTeeknooloojiin Qonnaa Oomishtummaa Keenyaaf Utubaadha- Qonnaan Bultoota Qabeenaa

Guddattootniifi dargaggootni carraa AI’tti fayyadamuu qabu – Kantiibaa Adaaneech Abeebee

AMN PLUS -Sadaasa 11/2018 Guddattootniifi dargaggootni carraa Hubannoo Nam-tolchee AI'tti fayyadamuu akka qaban Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebee ibsan ‎Inistiitiyuutii Aartifeshaal Intalajensii Itoophiyaa tibbana wayita daawwatanitti, "milkaa'ina jijjiiramaan…

Continue ReadingGuddattootniifi dargaggootni carraa AI’tti fayyadamuu qabu – Kantiibaa Adaaneech Abeebee

AI’n bakka cabe lafee adda baasuufi wal’aanuuf hojiirra ooluu eegaleera

AMN PLUS-Sadaasa 11/2018 Sooftiweeriin Hubannoo Nam-tolchee (AI) lafee cabe salphukatti adda baasuufi wal'aanuuf akka gargaaru ibsameera. Sooftiweeriin AI kun hospitaala keessatti lafee cabe salphumatti adda baafachuun, yoo bakki isaas kan…

Continue ReadingAI’n bakka cabe lafee adda baasuufi wal’aanuuf hojiirra ooluu eegaleera

Giddugalli AI yaadama ‘hin danda’amu’ jedhamu jijjiireera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 8/2018 ‎Itoophiyaan dandeetti qabduun hojii ajaa'ibaa hojjechuu akka dandeessu Waajjirri olaanaan Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii Itoophiyaa agarsiistuu ta’uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎"Kaleessa Finfinnee xurooftuufi foolii…

Continue ReadingGiddugalli AI yaadama ‘hin danda’amu’ jedhamu jijjiireera- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

MM Abiyyi Ahimad Waajjira Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii haaraa eebbisan

AMN PLUS- Sadaasa 7/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) gamoo Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii Itoophiyaa bifa haaraan ijaarame eebbisan Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, walakkeessa Finfinneetti waggaa tokko…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Waajjira Inistitiyuutii Artefishaal Intalijansii haaraa eebbisan

Humni Qilleensaa teeknooloojii aviyeeshinii ammayyaa hidhateera- Meejar Jeneraal Nagaraa Lalisaa

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Humni Qilleensaa Itoophiyaa hidhannoowwan bu’aa teeknooloojii aviyeeshinii ammayyaa ta’an hunda kan hidhate ta’uu Ajajaa Itti Aanaa Humna Qilleensaa Dhimmoota Loojistikii Qilleensaa Meejar Jeneraal Nagaraa Lalisaa himaniiru.…

Continue ReadingHumni Qilleensaa teeknooloojii aviyeeshinii ammayyaa hidhateera- Meejar Jeneraal Nagaraa Lalisaa

Chaayinaatti Kaampaaniin Roobootii agarsiisaaf dhiyeesse maaliif miila isaa waltajjii irratti kute?

AMN PLUS- Sadaasa 5/2018 Wanti waltajjii irra oliifi gadi deemu, daawwattoota galmicha keessa jiru ajaa’ibsiiseera. Yoo fuula isaa ilaalan waan haguugame jiruuf waan keessa jiru adda baafachuun rakkoo itti taheera.…

Continue ReadingChaayinaatti Kaampaaniin Roobootii agarsiisaaf dhiyeesse maaliif miila isaa waltajjii irratti kute?

‎Chaayinaan konkolaataa balali’u addunyaaf isa jalqabaa ta’e oomishuu eegalte

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 25/2018 ‎Chaayinaan konkolaataa balali'u isa jalqabaa ta'e warshaa kibba biyyattiitti argamutti oomishuu akka eegalte beeksisteetti. ‎Konkolaataan balali'u kun addunyaa irratti isa jalqabaa yoo ta'u "Konkolaataa Dhaloota Dhufuu"…

Continue Reading‎Chaayinaan konkolaataa balali’u addunyaaf isa jalqabaa ta’e oomishuu eegalte