Finfinneetti tajaajila daldalaa dijitaalessuun, gabaa tasgabbesseera- Biiroo Daldalaa

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Kenniinsa tajaajila daldalaa dijitaalessuun gama maraan gabaa tasgabbeessuun akka danda’ame Hoggantuun Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj ibsan. Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee raawwii hojii Ji'oottan…

Continue ReadingFinfinneetti tajaajila daldalaa dijitaalessuun, gabaa tasgabbesseera- Biiroo Daldalaa

Kantiibaa Adaanech Hoji Raawwachiisaa Dhaabbata Keerfoorii fi Itoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaayi waliin mari’atan

AMN PLUS – Amajjii 6/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hoji Raawwachiisaa Dhaabbata beekamaa addunyaa Keerfoor (Carrefour), Laas Faargasiifi Itoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaayi Aleeksiis Laameek waliin mari’atan. Kantiibaa Adaanech miidiyaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Hoji Raawwachiisaa Dhaabbata Keerfoorii fi Itoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaayi waliin mari’atan

Mootummaan Shaabiyaa rasaasa kuma 56 ol shiftoota maqaa Faannoon socho’aniif dhoksaan erge to’ataman

AMN PLUS- Amajjii 6/2018 Rasaasni meeshaalee waraanaa garaagaraa kumni 56 ol mootummaan shaabiyaa baandota keessaafi diinota seenaa waliin ta’uun nageenya biyyattii booressuuf shiftoota maqaa Faannoon socho’an hidhachiisuuf dhoksaan erge to’achuu…

Continue ReadingMootummaan Shaabiyaa rasaasa kuma 56 ol shiftoota maqaa Faannoon socho’aniif dhoksaan erge to’ataman