Finfinneen Kenna Tajaajila Socho’aa A-Masoob Afriikaaf Kan Jalqabaa Ta’e Eegaluufi – Obbo Yoonaas Alamaayyoo

‎AMN PLUS- Guraandhala 17/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti kenniinsi tajaajila socho'aa Addis Masoob atoobusiin kennamu akka Afriikaatti kan jalqabaa ta'e torbanoota muraasa keessatti kan eegalamu tahuu Daayirektara Olaanaa Tajaajila Giddu Gala Tokkoo…

Continue ReadingFinfinneen Kenna Tajaajila Socho’aa A-Masoob Afriikaaf Kan Jalqabaa Ta’e Eegaluufi – Obbo Yoonaas Alamaayyoo

Finfinneen Waggoota Shanan Darban Manneen Jireenyaa Kuma 400fi Kuma 34 ol Ijaarteetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Guraandhala 17/2018 Finfinneetti waggoota shanan darban keessatti manneen jireenyaa kuma 400fi kuma 34 ol ijaaramee jiraattotaaf dhiyaachuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ibsan. Kantiibaa Adaanech…

Continue ReadingFinfinneen Waggoota Shanan Darban Manneen Jireenyaa Kuma 400fi Kuma 34 ol Ijaarteetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Agarsiisni Fakkii Injifannoo Adawaa leellisu Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituutti baname

AMN PLUS- Guraandhala 17/2018 Agarsiisni Fakkii Injifannoo Adawaa leellisu Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituu, misooma kooriidariin haara'e keessatti baname. Walitti Qabaa I/A Boordii Giddugalichaa Geetaachoo Qixaawu, Erga ijaaramee waggoota 117 kan…

Continue ReadingAgarsiisni Fakkii Injifannoo Adawaa leellisu Giddugala Aadaafi Barnootaa Xaayituutti baname

Injifannoon Adawaa Milkaa’ina Dippiloomaasii Itoophiyaaf Bu’uura

AMN PLUS - Guraandhala 17/2018 Biiroon Aadaafi Aartii Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adawaa Waggaa 130ffaa Sababeeffachuun Mata Duree 'Bu'aa Adawaa Afaan Aartiin' Jedhuun Sirnoota Garaagaraan Kabajeera. Biiroo Aadaafi Aartii Magaalaa…

Continue ReadingInjifannoon Adawaa Milkaa’ina Dippiloomaasii Itoophiyaaf Bu’uura

Pireezidaantiin Israa’el Daawwannaa Hojiif Finfinnee Dhufan

AMN PLUS-Guraandhala 18/2018 Pireezidaantiin Israa'el Ayizaak Heerzog Daawwannaa Hojiif Finfinnee Dhufaniiru. Pireezidaantichi Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee Yeroo Gahan Ministira Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (PhD)'n Simatamaniiru. Pireezidaantichi Turtii Isaanii Finfinneetti…

Continue ReadingPireezidaantiin Israa’el Daawwannaa Hojiif Finfinnee Dhufan

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Pirezidaantii Israa’el Ayizaak Herzoog simachuun Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachiisan

AMN PLUS- Guraandhala 18/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pirezidaantii Israa'el daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan simachuun Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachiisuu ibsan. Aadde Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, "Pirezidaant…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Pirezidaantii Israa’el Ayizaak Herzoog simachuun Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachiisan