Seeronni Itoophiyaan ulaa galaanaa akka argattuuf deggeran jiru- Ogeessa Seeraa Maaruu Abdii
AMN Plus- Onkoloolessa 6/2018 Seeronni utubaa jajjabaa qaban, Itoophiyaan ulaa galaanaa akka argattuuf deggeran jiru jechuun Ogeessa Seeraa fi Abukaatoo Maaruu Abdii dubbatan. Biyyi Galaana lama gidduu Itoophiyaan Aksum irraa…