Uummata Gaazaa, dheebuu nagaarratti yaaddoon balaa lolaa dabalameef
AMN PLUS- Mudde 3/2018 Waliigaltee nagaa Hamaasiifi Israa’el jidduutti mallatteeffameen uummatni Gaazaa gara dachee Paalastaayinitti deebi’anis yaaddoo biraa keessa galuu isaanii himame.Wixineen karoora nagaa osoo hojirra hin oolin bubbuluun isaa…