“Abbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame” – Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii
AMN PLUS- Mudde 16/ 2018 Abbaan isaa Artist Gabii Eda’oo, sirba ‘Aayyookoo’ jedhuun beekama. Daa’imummaa isaatti abbaan isaa sagantaa irratti yoo affeeraman isa fudhatanii gara waltajjii deemuun akka jaalala muuziqaan…