Naannoo Amaaraatti Ayyaanni Mawulidaa fi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamu hojjetamaa jiraachuu ibsame

Naannoo Amaaraatti Ayyaanni Mawulidaa fi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamu hojjetamaa jiraachuu Qajeelchi Ajaja Waliigalaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa ibseera. Fulbaana 16 fi 17, 2016 Ayyaanni Mawuliidaa fi Masqalaa karaa duudhaa…

Continue ReadingNaannoo Amaaraatti Ayyaanni Mawulidaa fi Masqalaa karaa nagaan akka kabajamu hojjetamaa jiraachuu ibsame

Baankiin Misooma Ityoophiyaa liqii Birrii biiliyoona 29 kennuuf qophaa’uu ibse

Baankiin Misoomaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016tti sochoostota Intarpiraayizoota Giddugaleessaaf liqii Birrii biiliyoona 20 kennuuf karoorfachuu beeksise. Daayrektarri Koomiikeeshinii fi Miidiyaa Ye’aabsiraa Kabbadaan, waggoottan sadan darbanii eegalee guddina diinagdee Itiyoophiyaa mirkaneessuuf…

Continue ReadingBaankiin Misooma Ityoophiyaa liqii Birrii biiliyoona 29 kennuuf qophaa’uu ibse

Leenjiin hoggansa olaanoo Paartii Badhaadhina kennama ture xumurame

Leenjiin hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaaf guyyoota 12’f Magaalaa Adaamaatti kennamaa ture milkaa’inaan xumuramuu paartichi beeksise. Leenjichi, tokkummaa keessoo caalmaan cimsuun, hoggansii akka walirraa baratuufi muuxannoo waliif qooduun, yaadama bu’uuraa paartichaa…

Continue ReadingLeenjiin hoggansa olaanoo Paartii Badhaadhina kennama ture xumurame

Turizimiin Oromiyaa waggoota sadan darban dadammaqiinsa guddaa agarsiiseera- Pireezidaanti Shimallis

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan cufiinsa Sagantaa "Torbee Turiizimii" Komishinii Turiizimii Oromiyaatiin qophaa’ee irratti hirmaataniiru. Sagantichaan raawwii seektaricha irratti caalaatti akka hojjetamu kan kakaasaniifi qooda fudhattoota seektarichaa dadammaqsuu…

Continue ReadingTurizimiin Oromiyaa waggoota sadan darban dadammaqiinsa guddaa agarsiiseera- Pireezidaanti Shimallis

Ayyaanni Mawulidaa sadarkaa biyyaalessaatti Mazjiida guddicha Anuwaaritti kabajamaa jira

AMN Fulbaana 16, 2016:- Ayyaanni Mawuliidaa waggaa 1498ffaan hordoftoota Amantaa Islaamaa biraatti kabajamaa jira. Ayyaanicha sababeeffachuu har'a ganama sa'aatii 12:00 irratti madfiin si'a 9 dhuka'eera. Ayyaanicha gochaa gaarii Nabiyyuu Mahaammad…

Continue ReadingAyyaanni Mawulidaa sadarkaa biyyaalessaatti Mazjiida guddicha Anuwaaritti kabajamaa jira

Kantiibaa Adaanech Abeebeen ayyaanotni Moolidaafi Damaraa nagaan akka kabajamaniif qaamolee tumsan galateeffatan

AMN Fulbaana 16, 2016:- Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen qaamolee Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan akka xumuramu tumsan galateeffataniiru. Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa duudhaa isaa eegee haala…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen ayyaanotni Moolidaafi Damaraa nagaan akka kabajamaniif qaamolee tumsan galateeffatan

Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa

Kabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan xumuramuu Humni Waloo Tikaa fi Nageenyaa beeksise. Humni walichaa ayyaanoonni kunneen rakkoo nageenyaa tokko malee akka xumuramu iddoolee shakkiin juratti xiyyeeffachuun hojiin hojjetame milkaa'ina…

Continue ReadingKabajni Ayyaana Mawuliidaa fi Daamaraa nagaan xumurame – Humna Waloo Nageenyaa

Tajaajilli Lammummaa Imala Ofitti Deebi’uuf Taasifamu dha- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

Tarsiimoon misoomaa kamuu, hirmaannaa ummataa dhugoomsuuf aadaafi duudhaa ummatichaa irraa waraabamuu akka qabu ifatti mul’isejedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti Shimallis hojiilee Tajaajila Lammummaan hojjetaman ilaalchisee ergaa…

Continue ReadingTajaajilli Lammummaa Imala Ofitti Deebi’uuf Taasifamu dha- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa