MM Abiyyi Ahimad Aanaa Dalloo Mannaatti Pirojektii Jallisii Walmal eebbisan

AMN Plus- Onkololeessa 8/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Piroojektii misooma jallisii laga Walmal eebbisiisanIiiru. Godina Baalee aanaa Dalloo Mannaatti Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjiin Piroojektii Misooma Jallisii laga…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Aanaa Dalloo Mannaatti Pirojektii Jallisii Walmal eebbisan

Magaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajame

‎AMN PLUS-Onloloolessa 8/2018 ‎Ayyaanni Irreechaa ''Malkaan Baaroo'' magaalaa Gaambeellaatti waloominaa fi walitti dhiyeenyi karaa itti cimuun kabajameera. ‎Irreecha uummata Oromoo qofa otuu hintaanee ayyaana guutummaa Itoophiyaanotaa ta'uu ayyaanni irreecha malkaa…

Continue ReadingMagaalaa Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajame

Xumuramuun hidha Haaromsaa, bu’uraalee misooma daandii baaburaatif carraa guddaadha jedhame

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 8/2018 ‎Xumuramuun hidha Haaromsaa, bu'uraalee misooma daandii baaburaatif carraa guddaa akka ta'e Itti Aanaan Hoji Raawwachisaa Olaanaa Korporeeshinii Daandii Baaburaa Itoophiyaa Silashii Kaasaa ibsan. ‎Daandiin baabura Itoophiyaa…

Continue ReadingXumuramuun hidha Haaromsaa, bu’uraalee misooma daandii baaburaatif carraa guddaadha jedhame

Dargaggoonni mindeeffamuurraa gara hojii uumutti ce’uu qabu-Ministeera Hojiifi Ogummaa.

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 8/2018 ‎Dargaggoonni Afrikaa hojii barbaaduu irraa gara Hojii uumutti ce'uuakka qaban Ministeerri Hojiifi Ogummaa beeksise. ‎Torbeen Ogummaa Afrikaa 2ffaan walta'iinsa Ministeera Hojiifi Ogummaa Itoophiyaafi Gamtaa Afrikaatiin Finfinneetti…

Continue ReadingDargaggoonni mindeeffamuurraa gara hojii uumutti ce’uu qabu-Ministeera Hojiifi Ogummaa.

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

AMN Plus- Onkoloolessa 08/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa bara 2018 qorachuu eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Waltajjichaan raawwii guyyootii 90 ilaaluun, milkaa’inaa fi qaawwa mul’atan…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

Paarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – MM Abiyyi Ahimad

AMN Plus - Onkololeessa 8/ 2018 Daawwannaa guyyaa jalqabaa Godina Baalee simboo qabeenya uumamaa harka namaan faayame nu agarsiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Paarkiin gaarreen Baalee madda…

Continue ReadingPaarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – MM Abiyyi Ahimad

Miseensonni Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwatan

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 7/2018 ‎Koreen Dhaabbii Dhimmoota Haqaafi Bulchiinsa Gaarii Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwachuun Hoji raawwachiistotaafi gaggeessitoota AMN waliin mari'ateera. ‎Korichi gabaasa raawwii hojii AMN kurmaana jalqabaa bara…

Continue ReadingMiseensonni Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwatan

Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen marii Inisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti hirmaatan

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 7/2018 ‎Ministiroonni Maallaqaa Gaanfa Afrikaa yaa'ii Fandii Maallaqaa Idil-addunyaa (IMF) fi Garee Baankii Addunyaa Waajjira Muummee Baankii Addunyaa Waashingitan D.C.tti adeemsifama jirun cinatti Innisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti mari'atan.…

Continue ReadingMinistirri Maallaqaa Ahimad Shideen marii Inisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti hirmaatan