Ayyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurameera- Poolisii Federaalaa

AMN PLUS- Amajjii 11/2018 Kabajni Ayyaanni Cuuphaa bara 2018, Finfinnee dabalatee kutaalee biyyattii hundumatti milkaa'inaan xumuramuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Poolisii Federaalaa, qaamolee nageenyaa biroo waliin qindaa'uun, eegumsa teekinooloojiin deeggarame taasisaa…

Continue ReadingAyyaanni Cuuphaa milkaa’inaan xumurameera- Poolisii Federaalaa

“Kaayyoo Cuuphaa hubannee guyyaa guyyaan ittiin jiraachuu qabna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Amajjii 11/2018 Sirni kabaja Ayyaana Cuuphaa hawwata tuurizimii magaalaa keenyaa ta’ee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Ayyaanni Cuuphaa magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti karaa…

Continue Reading“Kaayyoo Cuuphaa hubannee guyyaa guyyaan ittiin jiraachuu qabna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Itoophiyaa jabduu ijaaruuf tokkummaa keenya cimsuu qabna- Pirezdaanti Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS- Amajjii 11/2018 Itoophiyaa jabduu ijaaruuf tokkummaa keenya cimsuu qabna jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Ayyaanni Cuuphaa magaalaa Gondar galaana Cuuphaa Faasilidasitti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira. Sirna kabaja…

Continue ReadingItoophiyaa jabduu ijaaruuf tokkummaa keenya cimsuu qabna- Pirezdaanti Taayyee Atsiqasillaasee

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

AMN PLUS - Amajjii 10/2018 Guutummaan Ergaa Kantiibaa Adaanech Abeebee Akka Itti aanutti Dhiyaateera ================== Baga ayyaana cuuphaa gooftaa Iyyasuus Kiristoosiin isin gahe nu gahe! Kisristaanota biratti Cuuphaan, mul'istuu ifatti…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Cuuphaa Sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Ilmi namaa Cuuphaarraa jaalala, tokkummaafi kabaja barachuu qaba- Abbootii Amantaa

AMN PLUS- Amajjii 10/2018 Ilmi namaa Cuuphaarraa jaalala, tokkummaafi kabaja barachuu qaba jedhan Abbootiin Amantaa Ortodoksi Tawaahidoo AMN PLUS waliin turtii taasisan. Abbootiin amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Malaaka Hiwoot Qomoos Abbaa…

Continue ReadingIlmi namaa Cuuphaarraa jaalala, tokkummaafi kabaja barachuu qaba- Abbootii Amantaa

Ayyaana Cuuphaa bakka qulqulluutti, daandii qulqulla’aa fi magaalaa qulqulluu keessatti kabajuun ulfina Ayyaanichaaf maluudha- Inj. Wandimmuu Seettaa

Amajjii 9, 2018-AMN PLUS Jalabultii Ayyaana Kataraa fi Cuuphaaf bakka Taaboonni buluu fi Ayyaanichi itti kabajamu duulaan qulqullaa'e. Sirnicha irratti abbootiin amantaa, hoggantoonni olaanaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee, abbootiin gadaa fi…

Continue ReadingAyyaana Cuuphaa bakka qulqulluutti, daandii qulqulla’aa fi magaalaa qulqulluu keessatti kabajuun ulfina Ayyaanichaaf maluudha- Inj. Wandimmuu Seettaa

Hurufni Boombii (Jaanmeedaa): Dirree Ayyaana Cuuphaa waliin barootaaf hidhata guddaa qabu

AMN PLUS- Amajjii 9/2018 Finfinneen Ayyaana Kataraa fi Cuuphaa Jaanmeedaa Hurufa Boombiitti kabajamu haalaan keessummeessuuf qophii taasifteetti. Ayyaanni Yaadannoo Cuuphaa Iyyasuus Kiristoos gama duudhaa amantaa isaa eegeen hordoftoota Amantaa Ortoodooksii…

Continue ReadingHurufni Boombii (Jaanmeedaa): Dirree Ayyaana Cuuphaa waliin barootaaf hidhata guddaa qabu

Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajamuu qaba – Abunee Saawiiroos

AMN PLUS - Amajii 9/ 2018 Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa amantummaa isaa eegeen kabajamuu qaba jedhan Hogganaa Olaanaan Waajjira Mana Lubummaa Waliigalaa Eebbifamoo Abunee Saawiiroos. Hogganaa Olaanaan Waajjira…

Continue ReadingAyyaanni Kataraa fi Cuuphaa akkaataa duudhaa isaa eegeen kabajamuu qaba – Abunee Saawiiroos

Magaalaan Finfinnee Ayyaana Cuuphaa jaalalaafi tokkummaan kabajuuf qophaafterti- Aadde Liidiyaa Girmaa

AMN PLUS-Amajjii 8/2018 Ayyaana Cuuphaa qabeenyaa uummata Itoophiyaafi addunyaa ta'e bu'uura duudhaa isaa eeggateen kabajuun, maqaa gaarii biyyaatti guddisuuf gumaacha olaanaa akka qabu Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingMagaalaan Finfinnee Ayyaana Cuuphaa jaalalaafi tokkummaan kabajuuf qophaafterti- Aadde Liidiyaa Girmaa