Finfinneen Ji’oota Jahan Darban Itti Quufinsa Kenniinsa Tajaajilaa Mirkaneessiteetti – Injinar Wandimmuu Seettaa

AMN PLUS – Guraandhala 19/2018 Finfinneen Ji’oota Jahan Darban Itti Quufinsa Kenniinsa Tajaajilaa Mirkaneessiteetti Jedhan Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoji Gaggeessaan Magaalatti Injinar Wandimmuu Seettaa. Waajjirri Hoji Gaggeessaa Magaalaa Finfinneefi…

Continue ReadingFinfinneen Ji’oota Jahan Darban Itti Quufinsa Kenniinsa Tajaajilaa Mirkaneessiteetti – Injinar Wandimmuu Seettaa

Finfinneen Tajaajila Biirolee 17 Bakka Tokkotti Kennuu Eegalte- A-Masoob

AMN PLUS- Guraandhala 19/2018 Magaalaa Finfinneetti Tajaajilli Giddu Gala Tokkoo A-Masoobiin kennamu hammantaan dabaluu ibsame. Daayirektarri Olaanaa A-Masoob Obbo Yoonaas Alamaayyoo, dhaabbileen tajaajila giddu gala tokkoo kanaan maammilootaaf dhaqqabaa turan…

Continue ReadingFinfinneen Tajaajila Biirolee 17 Bakka Tokkotti Kennuu Eegalte- A-Masoob

Finfinneen Kenna Tajaajila Socho’aa A-Masoob Afriikaaf Kan Jalqabaa Ta’e Eegaluufi – Obbo Yoonaas Alamaayyoo

‎AMN PLUS- Guraandhala 17/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti kenniinsi tajaajila socho'aa Addis Masoob atoobusiin kennamu akka Afriikaatti kan jalqabaa ta'e torbanoota muraasa keessatti kan eegalamu tahuu Daayirektara Olaanaa Tajaajila Giddu Gala Tokkoo…

Continue ReadingFinfinneen Kenna Tajaajila Socho’aa A-Masoob Afriikaaf Kan Jalqabaa Ta’e Eegaluufi – Obbo Yoonaas Alamaayyoo

Hudhaalee Indaastiriiwwan Mudatan Furuun Mul’ata Itoophiyaan Haa Oomishtuu Galmaan Gahaa Jira – Obbo Jaanxiraar Abbaay

AMN PLUS – Guraandhala 16/2018‎ Hudhaalee Indaastiriiwwan Mudatan Furuun Mul'ata Itoophiyaan Haa Oomishtuu Galmaan Gahuuf Qindoominni Qaamolee Dhimmi Ilaaluufi Indaastiriiwwan Oomishaa Murteessaa Tahuu Kantiibaa Itti Aanaafi Hoogganaan Biiroo Misooma Indaastirii…

Continue ReadingHudhaalee Indaastiriiwwan Mudatan Furuun Mul’ata Itoophiyaan Haa Oomishtuu Galmaan Gahaa Jira – Obbo Jaanxiraar Abbaay

Kantiibaa Adaanech Abeebeen barreessitootni umrii hojirra jiranitti mana jireenya kennan galateeffatamuu qabu- Ogeessa Aartii Taagel Seefuu

AMN PLUS-Guraandhala 12/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen barreessitootnifi ogeeyyiin Aartii yeroo hojjechuu danda'anitti mana jireenyaa kennuufiin isaanii ni galateeffachiisa jedhe Ogeessi Aartii Taagel Seefuu. Akka fakkeenyaattis tibbana Barreessaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen barreessitootni umrii hojirra jiranitti mana jireenya kennan galateeffatamuu qabu- Ogeessa Aartii Taagel Seefuu

Finfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha‎

AMN PLUS- Guraandhala 6/2018 ‎Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’oota jahan darban gamaaggamuun kallattii hojii fuulduraa irratti mari’ateera. ‎Hoogganaan Itti Aanaa Biirichaa, Obbo Biraanuu Rattaa, “Hojii…

Continue ReadingFinfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha‎

Naannawaa manneen hojii mootummaa mijataa taasisuun hojii milkeesseera – Aadde Adaanech

AMN PLUS - Guraandhala 02/2018 Finfinneen hanguma hojiilee misoomaa garaagaraan miidhagde naannawaa manneen hojii mootummaas hawwataa taasisuu keessatti raawwiin hojii bu'a qabeessi jiraachuu Kantiibaan magaalatti Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa…

Continue ReadingNaannawaa manneen hojii mootummaa mijataa taasisuun hojii milkeesseera – Aadde Adaanech

‎Qabeenyi birrii Biiliyoona 5 caalu Balaa irraa baraarameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS-Amajjii 29/2018 ‎Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gabaasa raawwii hojii baatii jahan darbanii Bara 2018 har'a Miseensota Mana Maree Magaalichaaf dhiyeessaniiru. ‎Baatiiwwan Jahan darbanitti balaa ibiddaa fi balaa tasaa ittisuu…

Continue Reading‎Qabeenyi birrii Biiliyoona 5 caalu Balaa irraa baraarameera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN sagantaalee komii uummataa furan dhiyeessuun qaama furmaataa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS-Amajjii 29/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Addis Miidiyaa Neetiwork (AMN) sagantaalee komii uummataa furan dhiyeessuun sagalee uummataa ta'uun, kenniinsi tajaajilaa akka fooyya’u taasisuu isaa ibsaniiru. Manni Maree…

Continue ReadingAMN sagantaalee komii uummataa furan dhiyeessuun qaama furmaataa ta’eera- Kantiibaa Adaanech Abeebee