MM Abiyyi Ahimad hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsitii Finfinnee sababeeffachuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru

AMN PLUS- Mudde 24/2018 Kabaja Hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa Yuunivarsitichaa duraanii Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) mata duree "Gahee Hayyootaa Badhaadhina Biyyaa Keessattii" jedhuun waraqaa qorannoo…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsitii Finfinnee sababeeffachuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru

Finfinneen barattoota egeree biyyaa ta’an sooruun maaddii barnootaarraa akka hin gufanne hojiin eegalte bu’aa qabatamaa argamsiisaa jira

AMN PLUS - Mudde 23/2018 Finfinneen mul'ata egeree biyyaa ijaaruu qabattren barattoota Kuma 900f Kuma 40f 329 sooraa jiraachuu Waajjirri Kantiibaa Magaalaa Finfinnee ibse. Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee dhaloota egeree biyyaa…

Continue ReadingFinfinneen barattoota egeree biyyaa ta’an sooruun maaddii barnootaarraa akka hin gufanne hojiin eegalte bu’aa qabatamaa argamsiisaa jira

Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata

AMN PLUS- Mudde 21/2018 Yeroon kan dijitaalaayizeeshinii dha. Jaarraa dijitaalaa keessatti artefishaal intelijensiin (AI) meeshaa teekinoolojii tahuurra darbee waliin tarkaanfachuuf yeroo itti si’atanii fi saffisanii argamanidha. Yeroo dijitaalaa kana keessatti…

Continue ReadingDhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota tajaajila hundagaleessa hawaasaaf kennan eebbisan

AMN PLUS- Mudde 19/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota hawaasa naannawa Marii Looqeef tajaajila hundagaleessa kennan eebbisuun tajaajilaaf banaa taasisan. Aadde Adaanech Abeebeen ergaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota tajaajila hundagaleessa hawaasaaf kennan eebbisan

‎Akkuma Loltuun cichee biyya eegu miidiyaaleen olola sobaa qolachuun dantaa biyyaa kabachiisuu qabu- Obbo Hayiluu Addunyaa

‎AMN PLUS- Mudde 17/2018 ‎Gumiin Balal Marsaa 48ffaan mata duree "Dantaa Biyyaalessaafi Miidiyaa" jedhuun Galma Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti taa'amaa jira. ‎Marii kana irratti haasaa kan taasisan Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii…

Continue Reading‎Akkuma Loltuun cichee biyya eegu miidiyaaleen olola sobaa qolachuun dantaa biyyaa kabachiisuu qabu- Obbo Hayiluu Addunyaa

“Rakkoo Elektiriikii furuuf kalaqni uume akka Afirikaatti 1ffaa ba’eera”-  Fedhasaa Shuumaa

AMN PLUS- Mudde 14/2018 ‎Kalaqa 47 uumeera. Dorgommii Idil-addunyaa biyya Chaayinaa magaalaa Tinjaanitti bara 2007 qophaa'e irratti Kalaqa Rakkoo Elektiriikaa furu qabatee dorgomuun akka Afiriikaatti 1ffaa, akka Addunyaatti 9ffaatti ba’eera. Fedhasaa…

Continue Reading“Rakkoo Elektiriikii furuuf kalaqni uume akka Afirikaatti 1ffaa ba’eera”-  Fedhasaa Shuumaa

“Wiiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsan irratti mari’anneerra” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Mudde 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) har’a Pirezidaantii Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo waajjira isaaniitti simatanii kan waliin mari’atan ta’uu miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru. Daawwannaa hojii Pirezidaant Ruutoon…

Continue Reading“Wiiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsan irratti mari’anneerra” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Sagantaan “Muka Tokko, Haadhakoof” Indiyaa fi Inishiyeetiiviin “Ashaaraa Magariisaa” Itooophiyaa, addunyaaf fakkeenya ta’u

‎AMN PLUS Mudde 8/2018 ‎Itoophiyaa fi Indiyaan misooma magariisaa fi haala qilleensaa addunyaaf dhaabbachuuf waliigalan ‎Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodiin inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa fi Indiyaatti sagantaan “Muka Tokko Haadhaa…

Continue ReadingSagantaan “Muka Tokko, Haadhakoof” Indiyaa fi Inishiyeetiiviin “Ashaaraa Magariisaa” Itooophiyaa, addunyaaf fakkeenya ta’u

‎Pilaastika gatame funaanuutii hanga namoota 20’f carraa hojii uumuutti

‎AMN PLUS -Mudde 8/ 2018 ‎Pilaastika gatame funaanuun qarshii Kuma 30'n hojii eegaluun amma Miliyoona 2 ol horachuu akka danda'e Dura Taa'aan Waldaa Roorrisaa Mabraatuufi Hiriyoota isaa ibseera. ‎Dargaggoo Mabraatuu Mulugeetaa…

Continue Reading‎Pilaastika gatame funaanuutii hanga namoota 20’f carraa hojii uumuutti