Ce’umsaafi Damdamannaa Sirna Soorataa Mirkaneessuuf Dubartoota Aangessuun Murteessaadha – IGAD
AMN PLUS - Guraandhala 26/2018 Fooramiin Dubartootaa Sirna Nyaataafi Qonnaa irratti xiyyeeffachuun guyyaa lamaaf turu Magaalaa Finfinneetti taa’amuu eegaluu IGAD beeksise. Fooramiin Dubartootaa IGAD’n qophaa’e kun qaamolee imaammata baasan, dubartoota…