Finfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha
AMN PLUS- Guraandhala 6/2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’oota jahan darban gamaaggamuun kallattii hojii fuulduraa irratti mari’ateera. Hoogganaan Itti Aanaa Biirichaa, Obbo Biraanuu Rattaa, “Hojii…