Finfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha‎

AMN PLUS- Guraandhala 6/2018 ‎Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’oota jahan darban gamaaggamuun kallattii hojii fuulduraa irratti mari’ateera. ‎Hoogganaan Itti Aanaa Biirichaa, Obbo Biraanuu Rattaa, “Hojii…

Continue ReadingFinfinneetti tarkaanfiin yakka ittisuuf fudhatame bu’aa qabatamaa galmeessiseera- Biiricha‎

Biqiltuu dhaabuun agarsiiftuu abdii boriiti; kunuunsuun ammoo abdii sana lafa qabsiisuudha-Injinar Wandimmuu Seettaa

AMN PLUS - Guraandhala 06/18 Bilqiltuu dhaabuun hojii duraa yoo tahu kan dhaabame kunuunsuun latee akka dhalootaaf darbu taasisuun shoora bakka bu'iinsa hinqabne bahachuu tahuu Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoji…

Continue ReadingBiqiltuu dhaabuun agarsiiftuu abdii boriiti; kunuunsuun ammoo abdii sana lafa qabsiisuudha-Injinar Wandimmuu Seettaa

Finfinneen misooma koriidariifi qarqara laggeeniin milkoofteetti– MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS – Guraandhala 07/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa'ii Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti haasawaa taasisaniin Itoophiyaan jijjiirama hundagaleessa irratti akka argamtu ibsan. Addunyaan keessa jirru Addunyaa…

Continue ReadingFinfinneen misooma koriidariifi qarqara laggeeniin milkoofteetti– MM Abiyyi Ahimad

Finfinneen Teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaa Wiirtuu Dippiloomaasii Afrikaa taasiseera – Ogeessa Diinagdee‎

‎AMN PLUS – Guraandhala 05/2018‎‎Finfinneen teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaan akka wiirtuu dippiloomaasii Ardii Afrikaa taatu taasise jedhan Komiishinii Diinagdee Gamtaa Afrikaatti Ogeessi Diinagdeefi Bulchiinsa Baajataa kaadhimamaan PhD Namoomsaa Mangashaa…

Continue ReadingFinfinneen Teessoo Gamtaa Afrikaa ta’uun Itoophiyaa Wiirtuu Dippiloomaasii Afrikaa taasiseera – Ogeessa Diinagdee‎

Keessummootaaf dursa kennuun yaa’ii Gamtaa Afriikaa si’oominaan keessummeessuuf daandiiwwan yeroof cufaman Poolisiin Finfinnee Ifoomseera

AMN PLUS- Guraandhala 4/2018 Yaa’ii Gamtaa Afriikaa 39ffaa Magaalaa Finfinneetti torban dhufu adeemsifamu ilaalchisuun simannaa keessummootaan wal qabatee sochiin tiraafikaa akka si’atuufi dhiphinni tiraafikaa akka hin uumamneef daandiiwwan cufaa ta’an…

Continue ReadingKeessummootaaf dursa kennuun yaa’ii Gamtaa Afriikaa si’oominaan keessummeessuuf daandiiwwan yeroof cufaman Poolisiin Finfinnee Ifoomseera

Hogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 to’atamuun Mana Murtiitti dhiyaatan

AMN PLUS- Guraandhala 01/2018 Hogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii Obbo Moliitoo Abbaayineh dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 lafa Pirojektii 'Window of Africa'f qabamee ture qabiyyee sanada hin qabnedha…

Continue ReadingHogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 to’atamuun Mana Murtiitti dhiyaatan

Naannawaa manneen hojii mootummaa mijataa taasisuun hojii milkeesseera – Aadde Adaanech

AMN PLUS - Guraandhala 02/2018 Finfinneen hanguma hojiilee misoomaa garaagaraan miidhagde naannawaa manneen hojii mootummaas hawwataa taasisuu keessatti raawwiin hojii bu'a qabeessi jiraachuu Kantiibaan magaalatti Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa…

Continue ReadingNaannawaa manneen hojii mootummaa mijataa taasisuun hojii milkeesseera – Aadde Adaanech

Gochoota seeraan alaa dursanii ittisuu irratti Finfinneen xiyyeeffannoon hojjetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Gurraandhala 02/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee magaalattiin dirree misoomaa malee dirree gochootni al-seerummaa calaqqisiisan itti keessummeeffaman akka hin taane hubachiisaniiru. Kantiibaa Adaanech gabaasa raawwii karoora…

Continue ReadingGochoota seeraan alaa dursanii ittisuu irratti Finfinneen xiyyeeffannoon hojjetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎Finfinneetti barattoota kuma 940 oliif guyyaatti yeroo lama nyaatni dhiyaataa jira- Aadde Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Amajji 29/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gabaasa raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii Mana Maree Magaalaa Finfinneef dhiyeessaa jiru. Gabaasa isaaniin ‎Finfinneetti sababa dhiibbaa jireenyaan barattootni maaddii…

Continue Reading‎Finfinneetti barattoota kuma 940 oliif guyyaatti yeroo lama nyaatni dhiyaataa jira- Aadde Adaanech Abeebee

Finfinneen jiraattota isheen eegamuun nageenya amansiisaa qabaatteetti – Kantiibaa Adaanech

AMN PLUS - Amajjii 29/2018 Magaalaan Finfinnee caasaaleen nageenyaafi jiraattotni ishee qindoomina uumaniin nageenya amansiisaa ijaarteetti jedhan Kantiibaan Adaanech Abeebee. Kantiibaa Adaanech Yaa'ii Idilee 2ffaa Bara Hojii 5ffaa Mana Maree…

Continue ReadingFinfinneen jiraattota isheen eegamuun nageenya amansiisaa qabaatteetti – Kantiibaa Adaanech