Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS- Amajjii 4/2018 Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa duula eegumsa biyyoo fi bishaanii guyyaa boruu akka naannoo Oromiyaatti…

Continue ReadingBiyyaafi biyyoo abbaatu eeggata – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

Dargaggoo Finfinnee, Maashinii Bunaa oomishuun wal baraa

AMN PLUS- Amajjii 4/2018 Yoonaas Shawaangizaaw jedhama. Magaalaa Finfinnee naannoo barmaataan Olompiyaa jedhamutti dhalatee akka guddate dubbata. Hojii Kalaqasaa maashina bunaatiin Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) beekamtii kennaniiruufi. Yoonaas…

Continue ReadingDargaggoo Finfinnee, Maashinii Bunaa oomishuun wal baraa

Mallaqa uummataatiin biyya ijaaraa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Amajjii 4/2018 Magaalaa Finfinneetti waliigalaan pirojektoonni birrii tiriiliyoona 1.3 baasan tumsa mootummaafi damee dhuunfaatiin ijaaramaa jiraachu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Kantiibaa Adaanech sadarkaa hojii…

Continue ReadingMallaqa uummataatiin biyya ijaaraa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Finfinneen ‎da’oo bineensotaa seenaa magaalota Itoophiyaa keessatti kan jalqabaa ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS - Amajjii 4/2018 ‎Akka Itoophiyaatti iddoon da'oo bineensota magaalaa keessaa (Safari) Finfinneetti hundeeffamuun bu'uuraaleen misoomaa xumuramaa jiraachuu Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. ‎Da'oon bineensota Magaalaa Finfinnee keessatti hundeeffame bal'ina…

Continue ReadingFinfinneen ‎da’oo bineensotaa seenaa magaalota Itoophiyaa keessatti kan jalqabaa ta’e xumuraa jirti- Kantiibaa Adaanech Abeebee