Gareen Humna Galaanaa Itoophiyaa shaakala galaanaa biyyoota BRICS irratti hirmaate gara biyyaa deebi’e

AMN PLUS-Amajjii 18/2018 Gareen Humna Galaanaa Itoophiyaa Itti Aanaa Admiraalaa Kinduu Gazzuun durfamu leenjii galaanaa biyyoota BRICS mata duree “Fedhii Nageenya 2026” jedhuun Afrikaa Kibbaatti taasifame irratti hirmaate gara biyyaa…

Continue ReadingGareen Humna Galaanaa Itoophiyaa shaakala galaanaa biyyoota BRICS irratti hirmaate gara biyyaa deebi’e

Pirojektiin misooma qarqara laggeen Finfinnee Afriikaaf fakkeenya gaarii ta’aa jira- Itti Aanaa Bulchaa Naayiroobii

AMN PLUS-Amajjii 18/2018 Pirojektii misooma qarqara laggeen Magaalaa Finfinnee fakkeenya gaarii fi muuxannoo barnoota qabu akka ta’e Hogganaa Itti Aanaa Bulchiinsa Magaalaa Naayiroobii Jooroogee Muuchiiriin ibsan. Jijjiiramni magaalatti keessatti adeemsifamaa…

Continue ReadingPirojektiin misooma qarqara laggeen Finfinnee Afriikaaf fakkeenya gaarii ta’aa jira- Itti Aanaa Bulchaa Naayiroobii

Milkaa’inaawwan Gurguddoo Magaalaa Finfinnee Baatiiwwan Jahan Darbanitti:

Misooma Daandii: Daandiin haaraan kilomeetira 134 kan ijaarame yoo ta’u, daandiin kilomeetira 573 ol ta’u ammoo suphameera. Bishaanii fi dhangala’aa: Dhiyeessii bishaanii meetira kuubii kumni 60 ol guddisuuf hojiin bu’a-qabeessi…

Continue ReadingMilkaa’inaawwan Gurguddoo Magaalaa Finfinnee Baatiiwwan Jahan Darbanitti:

Itoophiyaatti Barnootni Dijitaalaa Babal’achaa jira- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Amajjii 18/2018 Itoophiyaan darattootnii fi dargaggootni barnootaafi ogummaa teekinooloojiidhaan deggerame akka argataniif sirna dijitaalaa babal’isaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee beeksiseera. Maloota walitti hidhamiinsa intarneetii mijeessuun akkasumas meeshaalee dijitaalaa…

Continue ReadingItoophiyaatti Barnootni Dijitaalaa Babal’achaa jira- Waajjira Ministira Muummee

Itoophiyaan Vaayirasii Maarbarg guutummaan to’atte

AMN PLUS- Amajjii 18/3018 Itoophiyaan weerara Vaayirasii Maarbarg guutummaan to'achuushee Ministeerri Fayyaa ifoomse. Sagantaan Milkiiwwan Qophaa'ummaa Balaawwan Fayyaa Hawaasaa To'achuu, Ministeera Fayyaan qophaa'e bakka Afyaa'ii Taaggasaa Caafoon argamanitti gaggeeffamaa jira.…

Continue ReadingItoophiyaan Vaayirasii Maarbarg guutummaan to’atte

Beeksisoota seeraan alaa miidhagina Finfinneef danqaa ta’aa turan kumni 29 ol kaafaman

AMN PLUS-Amajjii 18/2018 Qulqullinaafi miidhagina Magaalaa Finfinneef gufuu ta’aa kan turan beeksisoota seeraan alaa kan dirree keessaa kuma 29 ol ta’an irratti tarkaanfin akka fudhatame Abbaan Taayitaa Eeyyama Ijaarsaafi To’annoo…

Continue ReadingBeeksisoota seeraan alaa miidhagina Finfinneef danqaa ta’aa turan kumni 29 ol kaafaman

Manni Barumsaa Muuziqaa Artiist Alii Birraan moggaafame hundeeffamuufi

AMN PLUS- Amajjii 18/2018 Yunivarsiitiin Dirree Dhawaa Mana Barumsaa Muuziqaa Weellisaa Gameessa Dooktara Kabajaa Artiist Alii Birraan moggaafamu hundeessuuf qophii irra akka jiru beeksiseera. Yunivarsiitichatti Daayirektarri Quunnamtii Uummataa fi Idil…

Continue ReadingManni Barumsaa Muuziqaa Artiist Alii Birraan moggaafame hundeeffamuufi

Finfinneetti baatiiwwan jahan darban pirojektoota 274 xumurree tajaajilaaf banneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Amajjii 18/2018 Gaaffii fi fedhii ummataa guddachaa dhufe irratti hundaa’uun piroojektoota damee barnootaa, fayyaa, fi hawaasummaa hojjetaman 274 xumuruun tajaajilaaf banaa taasifamuu Kantiibaa Adaanech Abeebee himan. Finfinneetti…

Continue ReadingFinfinneetti baatiiwwan jahan darban pirojektoota 274 xumurree tajaajilaaf banneerra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Baankii Addunyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Amajjii 18/2018 Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Baankii Addunyaa Weenkaay Zhaang waliin mari’ataniiru. Ministeerichi guddina diinagdee Ityoophiyaa babal’isuufi diinagdee diijitaalaa fi naannawaa dadala bilisaa Afrikaa…

Continue ReadingObbo Ahimad Shideen Daayrektara Olaanaa Baankii Addunyaa waliin mari’atan