Yuunivarsiitichi rakkoo Indastiriiwwanii adda baasuun furmaata qorannoo irratti hundaa’e kennaa jiraachuu beeksise

AMN PLUS- Guraandhala 2/2018 Oomishtummaan Indastiriiwwanii akka dabaluufi qorannoo, teekinooloojii fi kalaqaan kan hogganaman akka ta'aniif shoora olaanaa bahachaa akka jiru Yuunivarsiitiin Saayinsii fi Teekinooloojii Finfinnee beeksise. Oomishtummaan Indastiriiwwanii akka…

Continue ReadingYuunivarsiitichi rakkoo Indastiriiwwanii adda baasuun furmaata qorannoo irratti hundaa’e kennaa jiraachuu beeksise

Baankiin Awaash ji’oota jahatti birrii tiriiliyoona 1 ol tajaajila dijiitaalaan daddabarsuu ibse

AMN PLUS - Guraandhala 02/2018 Baankiin Awaash ji'oota jahan darbanitti tajaajila dijiitaalaan birrii tiriiliyoona 1 ol daddabarsu ibseera. Baankichi mata duree 'itti quufiinsa maammiltootaaf cimnee ni hojjenna' jedhuun sagantaa torban…

Continue ReadingBaankiin Awaash ji’oota jahatti birrii tiriiliyoona 1 ol tajaajila dijiitaalaan daddabarsuu ibse

Qormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa Guutummaan Guutuutti Marsariitiidhaan Kennama

AMN PLUS- Guraandhala 02/2018 Qormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa bara 2018 guutummaan guutuutti marsariitiidhaan kennuuf qophiin dursaa taasifamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan raawwii hojii damee barnootaa…

Continue ReadingQormaanni Biyyaalessa Kutaa 12ffaa Guutummaan Guutuutti Marsariitiidhaan Kennama

Obboloota Keenya Afriikaa Kabajaan Haa Simannu – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Guraandhala 02/2018 Ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Jaallatamtoota Uummattoota Itoophiyaa! Biyyi keenya jaallatamtuun keessummoota yaa'ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf dhufan obboleewwan keenya Afrikaanota onnee qulqulluun harka bal'istee…

Continue ReadingObboloota Keenya Afriikaa Kabajaan Haa Simannu – MM Abiyyi Ahimad

Biyyootni Afrikaa Marii Biyyaalessaa irraa maal fayyadaman?

AMN PLUS- Guraandhala 02/2018 Biyyootni Afrikaa seenaa isaanii keessatti rakkoowwan damdaneessaa gama siyaasaa, hawaasummaa fi diinagdeen isaan mudate furuuf Marii Biyyaalessaa (National Dialogue/Peace and Reconciliation) akka mala furmaataa ijootti fayyadamaniiru.…

Continue ReadingBiyyootni Afrikaa Marii Biyyaalessaa irraa maal fayyadaman?

Maanchester Siitiin morkii waancaa baranaa kan murteessitu qabxii sadii milkeesse

AMN PLUS- Guraandhala 01/2018 Morkataa Waancaa PL kan ta'e Maanchester Siitiin gara Anfiild imaluun Liiverpuuliin goolii 2-1'n injifate. Haga daqiiqaa 90 xumuramutti 1-1 kan turan kilabootni lameen qabxii akka qooddatan…

Continue ReadingMaanchester Siitiin morkii waancaa baranaa kan murteessitu qabxii sadii milkeesse

Hogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 to’atamuun Mana Murtiitti dhiyaatan

AMN PLUS- Guraandhala 01/2018 Hogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii Obbo Moliitoo Abbaayineh dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 lafa Pirojektii 'Window of Africa'f qabamee ture qabiyyee sanada hin qabnedha…

Continue ReadingHogganaa I/A Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Finfinnee duraanii dabalatee hoggantoonniifi hojjettootni 11 to’atamuun Mana Murtiitti dhiyaatan

Naannawaa manneen hojii mootummaa mijataa taasisuun hojii milkeesseera – Aadde Adaanech

AMN PLUS - Guraandhala 02/2018 Finfinneen hanguma hojiilee misoomaa garaagaraan miidhagde naannawaa manneen hojii mootummaas hawwataa taasisuu keessatti raawwiin hojii bu'a qabeessi jiraachuu Kantiibaan magaalatti Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa…

Continue ReadingNaannawaa manneen hojii mootummaa mijataa taasisuun hojii milkeesseera – Aadde Adaanech

Komiishinarootni Komiishinii Gamtaa Afrikaa maal hojjetu?

‎AMN PLUS - Guraandhala 02/2018 Komiishinarootni ‎Komiishinii Gamtaa Afrikaa qaama hojii raawwachiisummaa fi bulchiinsaa Gamtichaati. Komiishinarootni ‎Komiishinichaa hojiiwwan guyyaa guyyaa Gamtaa Afrikaa raawwachiisuun alatti, imaammatootni baafamanis hojiitti akka hiikaman taasisu.…

Continue ReadingKomiishinarootni Komiishinii Gamtaa Afrikaa maal hojjetu?

Sudaan hirmaannaa guutuu IGAD keessatti taasisuuf murtoon taasiste nageenya qaxanaa mirkaneessuuf murteessaa ta’uu himame

AMN PLUS- Guraandhala 02/ 2018 Dhaabbanni Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa( IGAD) murtoo Sudaan hirmaannaa guutuu dhaabbaticha keessatti taasisuuf dabarsite gammachuudhaanan fudhadha jedhe. Barreessaa Olaanaan IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoon akka jedhanitti…

Continue ReadingSudaan hirmaannaa guutuu IGAD keessatti taasisuuf murtoon taasiste nageenya qaxanaa mirkaneessuuf murteessaa ta’uu himame