Hojiin Komeedii “One Battle After Another” Badhaasa Oskaarii 6 injifate irratti, dhimmi AI ijoo marii ta’e
AMN PLUS- Bitootessa 07/2018 Pool Toomaas Andarsan daayirektarummaan komeediin hojjate “One Battle After Another” jedhuun Badhaasa Akkaadaamii Oskaar 98ffaa 13’f kaadhimamee, 6 injifachuun hirmaattota sagantaa kanaa ajaa’ibsiisuun, waarii Oskaarii addaa…